VISIT GUJII and Oromia

VISIT GUJII and Oromia

Share

Oromiyaa Dachee Magariituu
Gujii Biyya Albuudaa SookooπŸ«ΆπŸ–€β€οΈπŸ€

Photos from VISIT GUJII and Oromia's post 22/07/2026

VISIT GUJII and Oromia ree ❀️❀️❀️

20/07/2026

Emojii hedduun miira adda addaa ibsu. Kanneen keessaa muraasni hiika isaanii waliin:
πŸ˜ƒ – Gammachuu guddaa
πŸ˜„ – Kolfa
😁 – Kolfa ilkaan agarsiisu
πŸ˜‚ – Kolfa hamma imimmaan dhangala'utti
🀣 – Kolfa baay'ee cimaa
😊 – Gammachuu salphaa fi kabaja
😍 – Jaalala ykn dinqisiifannaa
πŸ₯° – Jaalala ho'aa fi gammachuu
😘 – Dhungannaa erguu
😎 – Ofitti amanamummaa, "cool"
πŸ€” – Yaaduu ykn xiinxaluu
😐 – Miira addaa hin mul'ifne
πŸ˜‘ – Dadhabuu ykn mufachuu salphaa
πŸ™„ – Ija naannessuu; quuqama dhabuu ykn tuffii salphaa
πŸ˜’ – Mufii
πŸ˜” – Gadda
😒 – Boo'uu salphaa
😭 – Boo'icha cimaa
😑 – Aarii
🀯 – Dinqisiifannaa guddaa ("sammuun na dho'e")
😱 – Sodaa guddaa
😴 – Hirriba
πŸ€— – Hammachuu ykn simannaa ho'aa
πŸ™ – Galateeffachuu, kadhannaa, ykn kabaja agarsiisuu
πŸ‘ – Eeyyee, gaarii
πŸ‘Ž – Lakki, Gaarii ta'uu dhabu akeeku!
πŸ‘ – Harka rukutuun dinqisiifachuu
❀️ – Jaalala
πŸ’” – Lapheen cabee/hedduu gadduun onnee cabu!
πŸ”₯ – Baay'ee gaarii, yeroo ammaa beekamaa, ykn "hot"

20/07/2026

Inni kuni immoo suufii uffatee gula deemaa 😜
Irraa baasaa

20/07/2026

Gaaffii 1 isin gaafadhaa
Yeroo hundumaa intalaa maaf ta mucaa caaltii?

Hub. Mijuu mucaa harkaa qabu sun ta intalaati. Bakka gulantaatti woli jijjiirratan

18/07/2026

VISIT GUJII and Oromia❀️❀️❀️

17/07/2026

VISIT GUJII and Oromia
MARSIL TV WORLDWIDE

16/07/2026

Laalaa Ijoollee Gujii isaanii biyya namaa irratti woli dhaban 😁

15/07/2026

Kuchoon mariachaa jirti 😁

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Bole
Adama