seenaa sololoo
God is Good
Kan boodaa dura - kan duraa booda
Waan biyya kanaa hundumtuu hooda!
Inni tokko; Afaansaa cabe, aadaasaa badeef
Quuqqaa dubbata
Inni tokko; Si bulchuun dhabe - si saamuun dhabeef
Gurraacha uffata!
Via Leta Kenei Aga
ቤተ መንግስቱን ሲመኙ
ቤተ ክህነቱን አጡ
Go....
Dubbiin Amantii miti Oromummaa dha malee
Quba qabaadhaa !
Yeroo gubuun hin barbaachisu!
Shawaa hunda Arsii lamaan Baalee lamaan, Hararghe lamaan, Jimmaa, Booranaa fi Iluu Abbaa Boor dafaa abbootii ergaa.
!
Jabaan Waaqa.
01/02/2023
Dhiira walloo
“Mirga Oromoon Afaan isaan waaqeffachuu qabu ani irraa mulquu hin danda’u”. Dr Abiy Ahmed
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when seenaa sololoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
