Upcourses
t.me/upcoursesorg Online business solutions course and developments
Leenjiif kaffaltii kaffaluun dura qulqullina fi fayyidaa isaa arguu barbaaddaa?
upcourses.org carraa addaa barattoota Marsaa 2ffaatiif banuudhaan Guyyaa 5f Leenjii Beeksisaa Bilisaa (Free Awareness Session) qopheessee jira! Kaffaltii zero ($0) kallattiidhaan LiveClass irratti hirmaatta.
🎯 Guyyaa 5 keessatti:
• AI: Akkamitti hojii dacha 10n saffisiistan,
• Website Design: Coding malee waajjira dijitaalaa ijaaruu,
• Graphic Design & Digital Marketing: Content gurguru fi maamila fidu qopheessuu baratta!
kaffaluun dura leenjiin kun hammam jireenya kee fi galii kee jijjiiruu akka danda'u mirkaneeffachuu barbaaddaa?
upcourses.org carraa addaa Free Awareness Session (Leenjii Bilisaa) guyyaa 5f turu qopheessee jira!
📌 Guyyoota 5 Free Awareness Session dhaan
🤖 AI Tools: Akkamitti hojii sa'aatii baay'ee sa'aatii 1 keessatti xumurtu.
💻 Website Design: Coding malee waajjira dijitaalaa ijaaruu.
🎨 Graphic Design: Branding & Visual contents hawwatoo uumuu.
📈 Digital Marketing: Beeksisa gurgurtaa fi maamila dhugaa fidu.
⚠️ HUBACHIISA: Sagantaan kun LiveClass waan ta'eef, namoota dafanii galmaa'aniif qofa iddoon banamaa dha!
👇 HIRMAACHUUF
Gadi irratti "FREE" jedhii comment godhi.
Ykn kallattiidhaan Inbox (DM) irratti "GUYYAA 5" jedhiitii ergi!
📲0925265151
29/09/2026
Lenjii Bilisaa of keessatti qabaata:
Live Class
Kitaabilee PDF
Certificate.
Oggummaa + Carraa Hojii + Hubbannoo = Ofitti Amanamummaa.
Namoonni liinkii hin qabne “Liinkii” jedhanii gaafachuu.
Website Tokko: Melbourne Australia
Tour, Ticket fi Hotel Booking qaba. AI mataa isaa kan maamilaa fi abbaa dhabbataa gargaaruuf oolu. Booking management guutuu qaba, mala kanlatii international kan qabu. Torbaan tokko keessatti hojjetamee maamilaaf galee jira.
Maaliif kana kaasne beektaa? Free koorsii keessatti oggessoota kana hojjetan waliin leenjii bilisaa kennina.
Go ahead
Galmee dhaaf Liiankii isaa bio keessaa ilaalaa.
Mastering Digital Skilss
28/09/2026
Korsii Bilisaa Marsaa 2ffaa:
Galmeen Mastering Digital Skills awareness jalqabameera, itti dhiyaadhaa.
Ulaagaan isaaa Share Goochuu qofa. Hirriyoota keessaniif Geessaa.
Fulbaana 22 galgala sa’aatii 2:30 irratti eegala.
Namoota hin galmeeyneef liinkii erguu ni dandeenya; galmeedhaaf “Just Galmee” jedhaa. Comment
Daldalli kee intarnetiidhaan mul'achuu dhabnaan, addunyaa har'aa keessatti maamila dhabuu keeti! 💡 Tooftaa Website Design ammayyaatiin daldala kee sadarkaa itti aanuun gesisa. 🚀
📞0925265151
28/09/2026
Free Class galmeen eegalee jira.
Kan ammaa kun certificate qaba.
Mastering Digital Skills Awareness
Koorsiiwwan 4 ol irratti hubannoo gahaa ni argattu.
Digital Marketing | Graphic Design | Mastering AI tools fi Website Design dha.
Barumsi akkamitti baratama?
Ulaagaan barbaachisu maali?
Yeroo hammam fudhata?
Carraan hojii inni fidu maali?
Eessatti hojjechuu dandeenya?
Hangam hojjechuu dandeenya?
UpCourses maal nu gargaara? Hundaaf deebii gahaa ta’e qabannee dhufnee jirra.
Class live | Kitaabolee PDF bilisaa download godhachuu dandeessu.
Ogeessa muuxannoo hojii ogummaawwan kanneen hojjetee milkaa'e wajjiin class live hirmaattu.
Carraan akkanaa baay’ee dhiphaadha.
Dhuma irratti certificate isiniif kennama.
Galmeedhaaf: connect.upcourses.org
Carraa gaarii! Gaaffii yoo qabaattan comment irratti gaafadhaa. Reply ni goona
⚠️ "Teknoloojiin hojii kee si irraa hin fudhatu... garuu namni AI fayyadamuu beeku hojii kee si irraa fudhata!" 🤖💥
Hojii uumuu, biznisa kee babal’isuu ykn gabaa hojii irratti milkaa'uu barbaaddaa? Mindaawwan gurguddaan har'a kan kaffalaman namoota ogummaa dijitaalaa qabaniif qofa!
• Akkaataa Digital Marketing'n biznisa kamuu maamila haaraa biraan ga'u.
• Akkaataa Website Design fi Graphic Design'n galii dabalataa itti uumu.
🎥 Viidiyoo kana hiriyoota keefis Share godhi!
⏱️ "Qabeenyi kee inni guddaan maallaqa miti—yeroo keeti! Garuu yeroo san akkamitti itti fayyadamaa jirta?" 💡
Guyyaatti sa'aatii 3 ykn 4 bilbila irratti gubda. Garuu osoo sa'aatii san keessaa sa'aatii 1 qofa ogummaa ammayyaa barachuuf oolchitee, waggaa tokko keessatti jijjiiramata
📌 Hojii guyyaa guyyaa keessatti akkamitti si gargaara?
✅ Hojii Saffisiisuu: AI fayyadmtee barreessuu, qorannoo fi diizaayinii sa'aatii muraasaan xumuruu.
✅ Galii Dabalataa (Side Income)
🎥 Viidiyoo kana hanga dhumatti ilaali !
👉 Jijjiirama kee har'uma jalqabuuf (Inbox) nuuf barreessi! 📲0925265151
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
