Eba Music Training Center

Eba Music Training Center

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Eba Music Training Center, Health/Beauty, Addis Ababa.

15/07/2026

Isa hamaa gaarummaadhaan mo'i

13/07/2026

Carraa ganna kana qabdan kottaa baradhaa! haalli isiniif mijatee jira
Odeeffannoo guutuu postera irraa argattu
0948347306

13/07/2026

Dhuftee natti haasoftaa ka'ii faarsi jette
gooftaakoo afuura keetiinii

09/07/2026

Qabeenya hin banne
Abdii hin shakkamne
-
-
-
Yesuus qabeenyikoo

04/07/2026

Buraayyuu dirree
eebbisaamee mucaa qaxalee kana

Link telegram kanaan nuu argaatu

https://t.me/ebamusictrainingcenter1

Photos from Eba Music Training Center's post 03/07/2026

Meeshaa muuziqaa barachuuf fedha kan qabdaniif kan ganna kanaa galmeen eegaleera.
buraayyuu dirree 0948347306🤙

03/07/2026

Dilbata hin hafamu

02/07/2026

Kaayyookeef bitaaf mirgakee hindhaggeeffatin!
garuu dhugaa irratti xiyyeeffadhu! sibaasaa✍️✅

Photos from Solomon Alemu's post 02/07/2026

Ajaa'iba dhugaa! Amma sabni keenya kun of argataa jira!

30/06/2026

Waaqayyo sammuukeetti sin kennin

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Addis Ababa