Ala-azkar Hassan
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ala-azkar Hassan, Health/Beauty, .
26/12/2025
26/12/2025
Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa jalqabaa biyya galanii guyyaa 2'ffaa isaanitti Dirree Dhawaa daawwatan.
Pireezidantiin Oromiyaa jalqabaa wayta Buufata Xiyyaaraa Dirree Dhawaa gahanitti Kantibaa bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa obbo Kadiir Juwaar fi hooggantata Magaalaa Dirree Dhawaa akkasumas Qeerroo fi Qarree Magaalaa Dirree Dhawaatiin simannaa taasifameef.
Obbo Hassan Alii Dirree Dhawaa kan daawwatan maatii isaa waliin yoo tahu, daawwannaa isaa itti aantuun Magaalaa Hararii fi Iddoo joollummaa isaatti itti guddate Ciroo ni daawwata jedhameeti eegama.
20/12/2025
20/12/2025
Galgala Jummaa jirra Habibii Keenya jaalalloo Muslimoota Hundaa Ibsaa dukkana Wallaalaa Nabi Mohammed S.A.W irratti salawaata buusuu haa baayyifnuu ♥️❣️
Sallallaahu Aleyhi wasallam
Sallallaahu Aleyhi wasallam
Sallallaahu Aleyhi wasallam
