7-Teha
Jaalala haadhaofii
"Ofii kan kee yaada qabduun of madaali
Nama immoo gocha isaatin madaali "
Haadha koo gootittii
Dandeessuu hundumaa
Dagattee hin beektuu
Waa'ee kan koo kanaa
Asiif achi kaatee
Dhiyeesitaam kumaa
Osoo hin boqotin
Umuriin kee dhumaa
Gootittii jaalalaa
Hin qabne hamminaa
Ofii osoon qabaannee
Kan nuuf yaaddu kanaa
Dadhabbii kee beekee
Hin kaffalu humnaa
Dhugeettan guddadhee
Arma Kan kee kanaa
Arra bifaan tolee
Kan barbaadu namnii
Gumaacha kee ta'uun
Homaan qabu mamii
Dhaabni koo guddatee
Miidhaguun koo arraa
Arma ishee hodheen
Ga'eem nyaata biraa
Arra kolfaan guutus
Dhaabni Kan koo tolee
Situ naaf miidhamee
Kan kee ta'e ulee
Ji'a sagal guutuu
Kan na baatte garaattii
Harma kan kee hoosiftee
Kan na baatte harkattii
Eenyutu Naaf laataa
Yoo jette lubbuusaa
Harmee kiyya tokkee
Natu ta'a Aarsaa
I Love My mom❤️
✍️Musab Nasir
WIIRTUUWALALOO
20/07/2026
Callisuun dadhabinaa miti.
Callisuun tohannadha malee
yeroo namaa callisuu argitee
itti hin jarjariin murteessuf
maalif akka
usee isuuma beeka murtessuun
hin danda'amuu.
"Silence is not weakness.
It is control"
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
HARARGHE
Opening Hours
| Tuesday | 09:00 - 17:00 |
| Friday | 09:00 - 17:00 |
