Love of wisdom

Love of wisdom

Share

I am oromo Frist

10/03/2026

' jechuun
πŸŒβ€‹U β€” : Beekumsi uummata tajaajiluuf. Sadarkaa dandeettii dhalootaa kan madaalu.

πŸ³β€‹N β€” : Bakka nagaa fi tasgabbiin itti baratan.

πŸ˜Žβ€‹I β€” : Ilaalcha bal’aa fi fageessanii laaluu gabbisa.

⛰️V β€” (Vision): Mul’ata fagoo qabaachuu nama barsiisa.

πŸ›β€‹E β€” : Eegumsa aadaa, seenaa fi saayinsii mirkaneessa.

πŸŒŽβ€‹R β€” (Research): Qorannoo fi qofaan rakkoo hiikuu irratti xiyyeeffata.

πŸ€Œβ€‹S β€” : Beekumsi jireenya rakkisaa ta'e salphisuuf gargaara.

πŸŽ—β€‹I β€” : Kalaqa haaraa uumuu fi addunyaa jijjiiruu.

πŸ’»β€‹T β€” : Meeshaa ammayyaa fi beekumsa yeroon gaafatuun badhaadhuu.

πŸ€”β€‹Y β€” : Yaada bilchaataa fi qaroomina uumuu.
f,k,k,fakkatanπŸ™πŸ™

10/03/2026

Kana booda nama Qur'aana na qaraasisu dhabe jettanii hin yaadda'inaa! Appilikeeshiniin ajaa'ibaa kun yeroo isin qaraatan isin dhaggeeffatee dogoggora keessan sekondii muraasa keessatti siif sirreessa!
Appicha Salphumati Asii Argadha
βœ…DOWNLOAD_APPβœ…
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://oroblog.mvacancy.com/index.php/2025/10/08/quran-application/

πŸ₯°πŸ€·πŸ₯°

10/03/2026

Pretty talented actress ❀️

10/03/2026

πŸ’‹πŸŒΉπŸ’‹πŸ₯°πŸ€·πŸ₯°

10/03/2026
10/03/2026

Inshallah πŸ€·πŸ’«πŸ€·

Yoo Rabbiin koo na gargaare anis bara 2021E.C jalqaba irraa eegaleen kitaaba amantii muraasuma wahii qara'een karaa fees_buukii kanaan da'awaa isiniif godhaa πŸ₯°πŸ’«πŸ₯°

Obboleessakoo sooressa cimaa addunyaa kanaa ta'uu yoo barbaadde ogeessa ykn lallabaa amantii ta'ii, haa xiqqaattuuyyuu waanuma akka music sirbuu wahii waanuma akka emotioned nama gochuu wahii shaakalii, baqqaa ati yeroo muraasaan booda sooressaa!

Du'aa'ii Rabbiin kadhattaafii, milion tokko fidaa jannata bitadhaa jettaanii, maqaa nama qabeenyaa qabu bukkeedhuna deddeemtee dirqamumaan irraa fuutaa, yeroo inni kennuu Allaaaahu Akbaaaaaaar, Takbiiiir jettaa

Ammas xiqqoo turtee 500K,300K,100K tartiibuma tartiibaan jannataa keessaa fooqii, Konkolaata, Jireenya bareedaa koottaa gatii rakashaan bitadhaa jettaanii, Baqqaa namoonni osoo hin baratin horan hunduu go*aa waan ta'aniif hundasaa fidanii sitti kennuu! Atimmoo xiggii qabattee dhaabbattee itti kolfitaa!

Tokko nashiidaadhaaf 1M kennite jedhan Azaabaa fi jannata keessaa bakka deemtu osoo hin barin

Qarshiidhaan jannanni Kan bitamu osoo ta'e maaltu nu cinqaree gaafuma godaanuuf dhiyaanne account masjidaa irra galchinee deemnaa! "Salaanni seera Rabbii, Jannanni tola Rabbii"

Kana caalaa dubbachuutti soomaa jirra, ammayyuu class deemuudhaaf hirriiba irraa ka'ee class'n gaafa dhabamun miira keessa galee kaan isiniif barreesse!

Baarakallaawafiikum

09/03/2026

09/03/2026

πŸ₯°πŸ€·πŸ₯°

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Deder?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Harar
Deder