Dambi dollo news

Dambi dollo news

Share

Only true

14/02/2026
Photos from Dambi dollo news's post 10/01/2026

የኢትዮጵያን ፈጣን የአየር ትራንስፖርት እድገት እና እየሰፋ የመጣውን የኢትዮጵያ አየር መንገድ አለምአቀፍ ትስስር ዘላቂ ለማድረግ ወደ 25 ሚሊዮን የሚጠጉ መንገደኞችን በአመት የማስተናገድ አቅሙ ላይ ከደረሰው ከአዲስ አበባ ቦሌ አለምአቀፍ አውሮፕላን ማረፊያ በተጨማሪ አዲስ ሜጋ ጣቢያ እየለማ ይገኛል። ይኽ የተለያዩ አውሮፕላን ማረፊያዎችን የመገንባት ስትራቴጂ ኢትዮጵያን የወደፊቷ የአፍሪካ ግምባር ቀደም የአየር ትራንስፖርት በር የማድረግ አላማን ያነገበ ነው።

የቢሾፍቱ አለምአቀፍ አውሮፕላን ማረፊያ በአፍሪካ ታሪክ ትልቁ የአየር ትራንስፖርት መሠረተ ልማት ፕሮጀክት ይሆናል። ይኽም ከኢትዮጵያ ሀገራዊ የኢኮኖሚ ሪፎርም፣ የኢንደስትሪ ማስፋፊያ አጀንዳ እና የረጅም ዘመን የአቪየሽን ስትራቴጂ ጋር የተናበበ ነው። ፕሮጀክቱ የኢትዮጵያ አየር መንገድን አለምአቀፍ ተወዳዳሪነት ያጠናክራል። በAfCFTA ማህቀፍ የአፍሪካን የማገናኘት አቅም ይጨምራል። የንግድ እና ቱሪዝም ኮሪደሮችን ያሰፋል። ኢትዮጵያንም ቀዳሚ የበይነአኅጉር ማዕከል ያደርጋታል።

ከአዲስ አበባ ደቡብ ምስራቅ 40 ኪሎሜትር አካባቢ የምትገኘውና 1910 ሜትር ከፍታ ያላት ቢሾፍቱ ለአውሮፕላኖች ሥራ የተመቸ ከባቢ ያላት ሲሆን መዳረሻቸውን ኢትዮጵያ ላደረጉም ሆነ ለትራንዚት መንገደኞች ብቁ ሁኔታ ያላት ናት። ለመዲናችን ያላት ቅርበት ከነባሩ የአየር ትራንስፖርት ምኅዳር ጋር በቀላሉ የተዋሃደ አሠራር እንዲኖር ምቹ ሁኔታ ይፈጥራል። የመጀመሪያው ምዕራፍ የአውሮፕላን ማረፊያ ሥራ በአመት 60 ሚሊዮን ተጓዦችን የሚያስተናግድ ሲሆን ሲጠናቀቅም አፍሪካን ከአለም ቀዳሚ የአየር ትራንስፖርት መነኻሪያዎች አንዷ የሚያደርጋትን በአመት 110 ሚሊዮን መንገደኞችን የማስተናገድ አቅም ላይ ይደርሳል።

To sustain Ethiopia’s rapid aviation growth and Ethiopian Airlines’ expanding global network, a new mega hub is being developed alongside Addis Ababa Bole International Airport, which is nearing its expanded capacity of 25 million passengers annually. This multi-airport strategy aims to future-proof Ethiopia’s role as Africa’s leading air transport gateway.

Bishoftu International Airport (BIA) will be the largest aviation infrastructure project in Africa’s history. It aligns with Ethiopia’s national economic reforms, industrialization agenda, and long-term aviation strategy. The project will strengthen Ethiopian Airlines’ global competitiveness, enhance Africa’s connectivity under the AfCFTA framework, expand trade and tourism corridors, and position Ethiopia as a premier intercontinental hub.

Located about 40 km southeast of Addis Ababa at an altitude of 1,910 meters, Bishoftu offers optimal conditions for aircraft performance and efficient handling of both origin-destination and transit passengers. P

09/01/2026

Ergaa ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)
*****************************
Daandiin qilleensaa Itoophyaa dargaggeessa waggaa 80ti.

Teessoon isaa Finfinnee kan ta’e Buufanni Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Boolee, waggaatti imaltoota miiliyoona 25 keessummeessuudhaan akka malee muddameera.

Xiyyaarota dhiheenyatti dabalaman 60 dabalatee Xiyyaarota 160n bakkeewwan balallii 145 caala kan gahu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa, buufanni Xiyyaaraa tokko akka hin geenye beekkamaadha. Kanaafuu buufata dabalataa ijaaruun barbaachisaadha.

Seenaa guddaa. Walitti hidhamiinsa ol'aanaa. Karoora guddaa.

09/01/2026

?
Namni maal naan jedhaa sodaatee dhugaa galteefii dubbachuu kan hin sodaanne buleessa hayyuu Oromoo Gammachuu Magarsaa (Ph.D.) dinqisiifachuu dhiisuun of wallaaluu natti ta’a. Oromoof hojjeta, Oromoof falma, Oromoof qabsaa’a, Oromoof jiraata! Oromoo qorata! Yeroo hundumaa quuqama Oromootu keessaa finiina. Anaani🙏

Maaltu dubbatamuu akka qabu, akkamittis dubbatamuu akka qabu nama tolchee beeku, beekaa beekumsaan badhaadhe! Dhugaa akka summii hadhooftu kana tokko tokkoon achii as baasuun isaa, Oromoon ofirratti dammaqee eenyummaasaaf akka falmatuuf karaa saaqeera. Karaa baay’ee!

Abbaa ijoollee miliyoonota Oromooti! Dr. Gammachuun ijoollee Oromoo baay’ee guddise. Kaan isumaaf guddatte, kaan garuu itti guddatte! Mukti qottoo muka irratti guddattetti akkuma deebitu sana jechuudha. Otoo akkas hin taane ta’ee Oromoon wal qooddee walitti hin falmitu waa’eesaaf! Inni tokkummaa lallaba kaa!

Oromoon Waaqa qabaa? Eeyyee! Isa samii fi lafa kana uume! Dr. Gammachuun kan jedhanis kanuma! Walumaa galatti “Oromoon waa dhabe!” nama jedhu dhaga’uu hin barbaadu hayyuun kun. Hayyuu akkas fagaate kanaaf, namoota “Shunkurtiiyyuu hin qabnu hoo!” jedhanii deebisuufii barbaadan tokko tokkos argaan jira. Namoota akkasiif kobbee fi waraqaan akka isaan barbaachisu hubadheera. Hubannoo Dr. Gammachuu qabaachuuf immoo, akkumasaa gadi teenyee barachuu fi seenaa qorachuu qabna malee arraba dheerachuun wallaalummaatti nu hambisa yaa Oromoo ko!

!

09/01/2026

jijjiirraan barsiisotaa Semisteera 2ffaa karaa online itti guutamu Amajjii 19-25/2018tti!
bu'aa jijjirraa isaanii ilaallatan Guraandhala 1/2018 waan ta'eef barsiisonni fedhii guutuu qabdan qophaa'aa!

09/01/2026

Nama jabaaf hayyuu beekama dacheen oromiyaa biqilchite Dr gammee

Photos from Dambi dollo news's post 09/01/2026

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw waliin Mana Barumsaa Qaroodhabeeyyii Sheeyikhaa Faaximaa Biin Mabruukitti maaddii qoodan – Suuraan

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Dembi Dolo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Dambi Dollo
Dembi Dolo