DIRE DAWAA
Eenyummaan kee tikfadhu, eenyummaan ofii qaalii���
14/08/2026
Oromo Lij
Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Abba Halkano Ali, Tokkichaa Mumale Abdalla, Bona Amee, Dan Malan Yola, Ayash Fadiluu Sigimo, Imtiaz Jokhio, Wal Agarra Samsung, Badrii Abdallaahi
Waliin Bareentuma xabboo – Hirmaataa isaanii isa olaanaa keessaa tokko ta'uudhaan tarree hirmaataa isaanii torban torbanii keessan seene!
Waliin Hunbannicha bareentoo – Itti fufeen jira! Walitti aansee torban 4 tiif tarree hirmaannaa torbanii isaanii irra galeera. 🎉
06/08/2026
Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Ayan Dixit, Fu'aad Haarun
04/08/2026
📖🌹 Qur'aanni ifa jireenyaati, qajeelfama qalbiiti. 🌹📖
Qur'aana qofa dubbisuu miti, hiika isaa hubachuu fi jireenya keenya keessatti hojiitti hiikuun milkaa'ina dhugaa nuuf fida.
🤲 "Namni Qur'aana waliin jiraatu, Rabbi isa ol kaasa."
Har'a yeroo muraasa qofa haa ramadnu; aaya tokko illee haa dubbifnu, haa hubannu, itti haa hojjennu.
🤍 Rabbiin Qur'aana qalbii keenyaaf ifa, jireenya keenyaaf qajeelfama, Aakhirattiis shafa'aa nuuf haa taasisu. Aamiin.
🤲 Yoo isinitti tole: ❤️ Like 💬 Yaada keessan barreessaa 🔁 Share godhaa ➕ Fuula keenya Follow godhaa
https://www.facebook.com/Mahmuudsiraa
! Dabbaal Biyya Gootaa, Ramee Aboma, Tadele Yimam Ali
Click here to claim your Sponsored Listing.
