Muslim Pages
OBSAAN AANNAN GOROMSAA DHUGA!!
04/06/2026
📌 Dubartiin lammii Ameerikaa tokko jabina fi obsaa ummata Falasxiin irraa kakaatee Islaamummaa simatte!
🔘 Dubartiin lammii Ameerikaa tokko, waggoota hedduuf Islaamummaa irraa fagaattee turte, bara 2023 keessa garuu dhugaa barbaaduuf imala hafuuraa jalqabde.
Imala sana keessatti, jabinaa, obsaa fi amantii cimaa ummata Falasxiin rakkoo fi gidiraa guddaa keessa jiran irraa argituun baay’ee ishee kakaase. Akkana jette:
“Namoota manneen isaanii fi maatii isaanii dhaban, ta’us harka isaanii gara samii ol kaasanii Rabbii isaanii kadhatan nan arge. Kun qalbii koo baay’ee tuqe.”
🔘 Itti fuftees akkana jette:
“Akkamitti uummanni dhiphina guddaa akkasii keessa jiraatu amantii isaanii irratti cimuudhaan dhaabbachuu danda’a?” jechuun yeroo dheeraaf of gaafachaa ture.
👉 Sana booda Islaamummaa gadi fageenyaan barachuu jalqabde; masjiidotas daawwachuun hubannoo ishee bal’ifatte. Achumaan nageenya keessaa fi tasgabbii mootummaa qalbii duraan argitee hin beekne argatte.
🔘 Dhumarratti, Islaamummaan amantii dhugaa Rabbii irratti hundaa’e ta’uu isaa fi jireenya ishee keessatti tasgabbii guddaa akka fide ibsite.
✍️ Subhaanallaah! Jabinni amantii fi obsaan yeroo tokko qalbii nama dammaqsee jireenya isaa guutuu jijjiiruu danda’a. 🤍🕌
17/05/2026
Dubbii Ajaa'ibaa
Dubartii Muslimaa yeroo jalqabaatiif Hijaaba uffattee Ethiopiatti 🇪🇹 Xayyaaraa ✈️ balaliiste.
Dubartii Oromoo kan Islaamaa yeroo jalqabaaf hijaaba uffattee Itoophiyaa keessatti Xiyyaara balaliisteedha. Maqaan ishee jadhamti.
Yeroo Shamarran baayyeen rakkoo xixiqqoof barnoota adda kutanitti ishee fakkeenya dubartoota Oromoofi Itoophiyaaf fakkeenya ta'uuf jabaattee barnoota ishee xumurte balaliistuu Xiyyaara taate fakkeenya gaarii dhalootaaf taate. Dhaloonni lafaa dhufaa jiru jabduu akkana fakkeenya godhachuu qaba.
...fakkeenya dubartoota biyyaa qofa osoontahin tan addunyaati...🙌👏
Isinirraa baduu koof dhiifama jechaa deebinee jirra alhld
As wr wb Obboleessa muslimaa Marti keessanuu ngy qabduu
08/03/2026
's Assembly of Experts has named to replace his father, Ayatollah Ali , as the country's new supreme leader, state media reported on Sunday
05/03/2026
Guyyaa 5ffaaf cufameera.
Quba qabduu Qiblaa teessan tan jalqabaa? Amaanaa Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) hin daganne mitii ?! Isin Ummata Amaanaati!
“ barri tokko ilma namaa kanarra dhufuuf deema,bara namni hanguma qaawwa halangee isaatiin Masjida Al-A**qsa arguun addunyaa tana isaaf caalu “
Jedhan Sayyidni Keessan Nabi Muhammad
عليه الصلاة والسلام
Is**il guutumatti cuftee jirti. Siyaasaa fi waraa**nni amma giddu gala bahaa raasaa jiru isarraa madde,dhuma zamanaattis isarratti raawwata!
03/03/2026
Piresidaantiin Kaabaa Kim Jong-un dhimma Jiddu-Gala Bahaa irratti yaada kenneen.
Addunyaa tanaaf Diinni guddaa fi farri nageenyaa Amerikaadha.
Isiin hanga jirtu addunyaan nagaya hin argattu jechuun 'Kim Jongun' USA tti dhaadate jira.
UK, Frence, fi Jarman waraana kana keessa yoo galan nutis ummata Iraan ittisuuf qophiidha Xummurree jirra jechuun dhaadateera.
Pirezidaantii Kaabaa Kim Jong-un Dhaadateera.
03/03/2026
Breaking News!!
United States of America fi United Kingdom gidduutti wal dhabdeen uumamee jira
UK Ab Trump akka buufata doonii fi Dirree xiyyaara UK fayyadamanii Iraan hin haleelle ugguraniiru jiru.
Kana jachuun dipiloomaasiin Ab Trump Awurooppaa keessatti bishaan dhugaa jira fakkaata United Kingdom biyya biyyoota baay'ee US waliin haleeluun beekkamtuudha.
Amma garuu daandiin US na baasu jachuun harka jalaa fudhattee jirti.
03/03/2026
People of the World! Do You Stand With IRAN?
Click here to claim your Sponsored Listing.
