Sanyii namaa

Sanyii namaa

Share

Sanyii fayyee garasuu

02/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Hafiz Aba Oli, Misgana Lachisa

23/08/2025

23/08/2025

Laty Koo

06/08/2025

Intensifying speculation on his future 🔮✍️

19/01/2024

BAGA AYYAANA CUUPHAA GEECHAN!
እንኳን ለጥምቀት በዓል አደራሳችሁ!
እንኳዕ ንጥምቀት በዓል ኣብፀሐኩም!

27/12/2023

Picture of the day

25/12/2023

Warri maxxansa Kana dubbiftan waaqayyo saafayyisu utuu hinjedhiin bira hindarbiinaa. namoota qaqqaalii oromoon qabdu hedduuf muuziqaa hojjeteera. ogummaa isaa cuunfee kenneera. ogummaa isaa nuuf kennee nuwajjin kolfaa gammadaa tureera. har'ammoo dhukkubsatee yaala gahaa utuu hin argatiin siree irra ciisee jira. Akkuma guyyaa gammachuu sanaa waliin hojjechaa taphachaa turre har'as koottaa walgargaarree haajajjabeesinu, bira haadhaabbannu. Ol jedhee taa'uu hindanda'u. garagaluu hindanda'u guyyaa tokko fayyee innis akka namaa, ogummaa jaalatutti akka deebi'u waaqayyoon haa kadhannuufii. abdiin isaa waaqaa gaditti nuun malee homaa hinqabu. waan dandeenyuun cinaa isa dhaabbannee haagargaarru.
Kana Caalaa waanni nama dhukkubsu hinjru. jiraatti wal haagargarru. gaafa lubbuun dabartu himimmaan sobaa waliif boo'uun gatii hinqabu.
Hadaraa Dinqeessaatiin hamma humna keenyaa bira haadhaabbannu.

25/12/2023

"Wal beekuu dhabuun, waliif beekuu dhabuun, waliin beekuu dhabuun, waliin deemuu dhabuun arba kurupheetti hirkisa"

Ustaaz Raayyaa Abbaamacca

22/12/2023

Baala-gizee

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Fitche?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Fitche