Gadaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadaa, Health/Beauty, Salale, .
16/02/2024
Namni jaldeessarraa uumame jedhanii barsiisanii
Kunooti amma namni yoo wal ajjeesu, akkuma jaldeessi du'eetti ilaalu, walii gadduunis hafe. Sirumaa Jaldeessatti madaquu jalqaban.
ltophiyaan guddoo turte kan jedhamu, Coloni jalatti waan hin kufneef ture.
Amma garuu tooftaa bara ammaatiin coloni jalatti kuftee jirti
Gadaa Public Service
11/12/2023
ለክቡር ጠቅላይ ሚንስትር ዐቢይ
የተናገሩትንና የፃፉትን የመደመር እሳቤ አምኜ ተከተልኩዎት:: አሁን ግን በተናገሩት የማይኖሩ ብቻ ሳይሆን በሰዉ ደም የሚጫወቱ አረመኔ መሆንዎን ተረድቻለሁ:: እዉነት መስሎኝ በሀገር ህልውና ስም ሲያካሄዱ የነበረዉንና ኢትዮጵያውያንን ከማገዳደል አልፎ ሀገሪቷን ያደቀቃትን ከንቱ ጦርነት ሳዳምቅልዎ በነበረበት ወቅት ሲያወድሱኝ ነበር:: ዛሬ ነገሩ ገብቶኝ የወንድማማቾች መገዳደል ይቆም ዘንድ ለሰላም በመወገኔ ከስልጣን አነሱኝ:: ለወንበርና ለመኪና በመገዛት ኦሮሞን በኦሮሞ ለማጥፋትና ኦሮሞን ከወንድሞቹ ጋር ለማጣላት የሚጫወቱትን ቁማር እያየሁ ዝም ባለማለቴ እጅግ ደስተኛ ነኝ:: ስለነበረን አጭር ቆይታ አመሰግናለሁ::
እስካለሁ ድረስ ለሰላምና ለህዝቦች ወንድማማችነት የማደርገዉ ትግል ይቀጥላል!
Kabajamoo Muummicha Ministeeraa Abiyyi Ahimadiif
Yaada Ida’amuu dubbattee fi barreessite amanee isin hordofe. Dhawaata garuu nama waan dubbatu hin jiraanne qofa otoo hin taane cubbamaa dhiiga namaatiin taphatu ta’uu keessanin hubadhe. Gaafan dhugaa sehee waraana bilaasha maqaa walabummaa biyyaatiin bantan, isa Itoophiyaanota wal-nyaachise, fi diinagdee biyyaa kuffise gegeessaa turtan deeggaretti na faarsaa turtan. Hardha gaafan dubbii argee gara nagaa goruun wal-ajjeechaan obboleeyyanii haa dhaabatu jennaan aangoo narraa fudhattan. Otoon shira Oromoo Oromoodhaan balleessuu fi obboleeyyan isaatiin walitti buusuuf kaatan argaa callisuu dhabuu kootii baayyeen gammada. Turtii waliin qabaannef galatoomaa!
Hagan jirutti qabsoon nagaa fi obbolummaa ummataatiif godhu itti fufa!
Ilmi abbaa gadaa dubbachaa jira kan isa dhaga'utu dhabame malee
Oromoon Sirna Gadaatin yaabulu, PP nis Shaneenis hin barbaachisu.
Warri walii galuu dadhabde biyya bulchuu hindandeessu
Sirna Gadaa/የጋዳ ስርዓት
Sirni Gadaa sirna ittiin bulmataa Oromoo ti. Gadaan jaarmiyaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta'u, sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha. Gadaan sirna ittiin siyaasni, dinagdeenii fi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamu, kan miseensi sabichaa mirgaa fi dirqama isaa beekee ittiin walii galuu fi tokkummaan ittiin waliin jiraatudha. Sirni Gadaa diimookraatawaa ta’uu isaa beektoonni seenaa fi saayinsii hawaasaa hedduun mirkaneessanii jiru.
የገዳ ስርዓት የኦሮሞ አስተዳደር ስርዓት ነው። ጋዳ እድሜና ትውልድን መሰረት ያደረገ ድርጅት ሲሆን ዲሞክራሲያዊ የአስተዳደር ስርዓት ነው። የጋዳ ስርዓት የኦሮሞ ህዝብ ፖለቲካዊ፣ ኢኮኖሚያዊ እና ማህበራዊ ህይወት የሚወሰንበት፣ የብሄረሰቡ አባላት መብታቸውንና ግዴታቸውን አውቀው በአንድነት አብረው ለመኖር የተስማሙበት ስርዓት ነው። የጋዳ ስርዓት ዲሞክራሲያዊ መሆኑን ብዙ የታሪክ ተመራማሪዎች እና የማህበረሰብ ሳይንቲስቶች አረጋግጠዋል።
Gadaan Roobaa Gabbina
