Zeynuu Ahanad
Oromiya
15/11/2022
Nama si sobuu Wajjiin gammadee kofaltee jiraatu irra Nama dhugaa sitti Himee wajjiin gadditee jiraatu irra siif wayya
ADERO😊 Anaafille Akkasuma wayya
22/10/2022
😐Yoo shirri sirratti xaxame: Rasuulaaf S.A.w. summiin nyaatatti godhame ajeechaafis isaanirratti yaalame......
San yaadadhu Hamilee dheeradhu oboleessa kiyya
Yoon waan biraa dhabde
Folow👈 godhuu hin dadhabiin sher 👌godhi obolo kee biraan gahiiii!!!!!!!!!!!!!!!!!:-!
18/10/2022
Of tahiii jedhama!!!!! of tahuun maaliini
,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,
,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,
Rabbiin si uume(Allaaha)beekuudha
Eergamaa sitti ergame Nabi (Nabi mohammad)beekuudha.
Amantii dhugaa (islaamummaa)qabachuudha.
Heeraa fii seera jireenyaa (Qur'aan Rabbii) qabachuudha..
Guyyaa qiyaama guyyaa namu waanuma dalagate (galata gallfamu) sanitti Amanuudha
Akkasitti hubadhuu
Of tahii jechuun kanuma kan biraa Eessaa jiraa
Folow👈 Erga gotee booda sheer👆 godhii obboleessa kee biraan gahee
17/10/2022
06/10/2022
💜Guyyaan guyyaa caalu guyyaa Rasuulli keessa Nuuf dhalatanii dhalota isaani ayyanefatuun waan ba'ayye barbaachisaati
Baga geessan guyyaa dhalota Nabiyyi Mohammad
Sallallaahu aleeyhi wasallam💯💯🧡
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Gelemso
YES

20/10/2022