Tokumaa walif
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tokumaa walif, Health/Beauty, Gelemso.
29/04/2026
Dargagoota badhadhinaa Bulchisa magalaa Galamsooti
Kan qabsooynef badhadhinaafi,kan tikfannus badhadhina fi sirna jabaa ijarachuufi.
16/02/2026
🛑 !
Guyyaa salaasaa Galgala Arbaa Qorannoo Baatii Ramadaanaa gaggeessuuf hayyoonni Su'udii Arabiyaa 🇸🇦 qoppii xumuranii jiran.
Ji’a Ramadaanaa 1447 Salaasaa galgala 29 Sha’ban 1447 Gurraandhala 17 bara 2026 Qorannoon Ji'a Ramadaanaa Ni gaggeeffama ja'amee jira
Inside the Haramain
Rabbiin Galmee warra baatii Ramadaanaa Soomanuu Keessatti Nuhaa Galmeessu🤲❣️🤲
Warra fayyaan gammachuun Ji'a Ramadaanaa gahee Soomanee Irraa milkaawe Nuhaa Taasisu🤲❣️🤲
!!!
10/01/2026
𝗦𝗔𝗠𝗠𝗨𝗨𝗡 𝗖𝗜𝗠𝗔𝗔 𝗧𝗔'𝗨𝗙
➡️Yeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin.
➡️Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
➡️Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
➡️Bu'aa hatattamaa hin eegin.
➡️Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin.
➡️Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
➡️Itti gaafatamummaa irraattii hin qaanfatiin.
➡️Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in.
➡️Milkaa'ina namoota birootti hin aarin.
➡️Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin
➡️Yeroo kee ofitti gaddun hin gubin.Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasin
Click here to claim your Sponsored Listing.
