Bala gize
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bala gize, Health/Beauty, Gimbi.
/
Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa kiiramuu.
Waliif qoodaa lubbuu baraaraa!!
Dhimmi kiuramuu baayyee Ulfaataa dhufeera. Haaluma kanaan humna dabalataa walitti funaannattee guyyaa boruu Jimaata caamsaa 14/2018 magaalaa kiiramuu cabsinee seenna kan jedhu karoorfattee humni badii Finxaalessa faannoo Amaaraa ofiin jettu kun qophaa'aa jirti waan ta'eef uummanni ofeegfannoo akka taasiftan,
qaamoleen nageenyaa immoo xiyyeeffannoo cimaadhaan gara kiiramuu kana akka hordoftan, akkasumas hooggantoonni sadarkaan jirtan humna diina faannoo fi fakkaattita ishee jala dhaabbatee barbadeessuu danda'u akka garasanatti ergitan adaraa jechaa, Lolli Aanaa kiiramuutti Guyyaa har'aa jalqabe kun lola qindaa'aa ta'uu irra darbee, deggersa addaa kan ofduubaa qabu ta'uu isaa immoo isa duriin adda akka isa taasisu hubachuun, itti xiyyeeffatamuu akka qabu dhaamuu barbaanna
akkasuma maddi dhiyeessifi loojistikiijaraa bira gaa'amui qaba.
04/05/2026
qofa jedhii barreessi nama 100 argatta 🙏
Challenge siguddisa.
20/04/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
ORO
