Rahaa ijoollee gujii
✔️Gujiin dhalootta kooti💪
✔️Oromoon Saba koti🙏
✔️Oromummaan dhiigaa kooti👌
✔️Tokkumman kessa kot😍
18/11/2025
Hin bade hin bade jettuu
Eessattin bada nin jiraa 
Oduu Facebook jalaan
Xiqqoo 🧑💻miliqee jiraa
Yaa nama 👨⚕️akka kootii
Wanta takkan 🦻sittimaa
Ilaallachaa 🗣️ dubbadhu
Tufanii arraabuun ni cima!!!
18/11/2025
Dubartiin bareedduun
Addunyaa kanaa
qofa 1k nuuf jiraadhu
Harmee 🥰
06/11/2025
Akka naannoo keessanitti maqaan nyaata kanaa maal jedhama?🤣🫣🫵🤔
11/04/2024
عيدكم مبارك علينا وعليكم وتقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
09/04/2024
MUBARAK
Baga Jala Bulti Ayyaana Iid-al-fixrii Kan Bara 1445ffaa Ittiin Isin Gahe. Ayyaanni Kan Gammachuu fi kan Jaalalaa Isiniif Haa Ta'u Jechaa Akkuma Amantaan Islaamaa Ajajjetti Dadhabaa fi Harka Qalleeyyii Keenya Kan Beeytan Hunda Yaadachaa/Gargaaraa Ayyaana Kana Gammachuun Akka Waliin Simattan Abdii Guutuu qabna.
Barri kun kan Gammachuu fi Hawwii Teessan Itti Isini Dhugoomtu Haa Ta,u!!!
Deebinee Ilmaan Oromoo kan Amantaa Islaamaa Hordoftan Hundinuu Baga Ittiin Isin Gahe
Baranaa Kan Bara Hegeree..
09/04/2024
ኢድ ሙባረክ
ነብያችን 😍ሙሀመድ😍 ሶለሏሁ አለይሂ ወሰለም እንዲህ ብለዋል :-.....
" ትዋደዱ ዘንድ ስጦታ ተሰጣጡ "
ምን ልላቹህ ነው ለ ኢድ 🎁 እየሰጣችሁኝ 😜
ተቀበለላሁ ሚና ወሚንኩም
sualihal aemal
ሽግዬ ኢድ ተመኘሁ
27/03/2024
Namnii jalaalii Nabii Muhammad
Onnee Keessaa Jirtuu Salawaata
irraatti Buusii (ﷺﷺﷺ)❤️
09/03/2024
🌙🌙رمضان كريم 🌴 كل عام وانتم بخير
Ramadan kerim to u and ur familes
በዚህ ቅዱስ ወር የአላህን ውዴታ እና የ አኼራን መልካም ሂወት ለመገንባት አብዝተው ከሚተጉት ምርጥ ባርያዎቹ ያደርገን ዘንድ ተመኘሁ
ሳላቅም አውቄም ካስቀየምኩ ለአላህ ብለው ዕውፍ ይበሉኝ እኔ ለአላህ ብዬ ዕውፍ ብያለሁ
መልካም ረመዳን❣️❣️🙏🙏
24/02/2024
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹✍🏻As 🌹wr 🌹wb🌹
🌟🌟jiini ulfaataan🌟🌟 kabajamaa🌟🌟 fi Akasumaas jaalatamaan❤️❤️🌟🌟ji'a Raamadaanaa🌟🌟Kan seenaa jiru kun dhibee Kee fudhatee yaaddookee fe'atee Qormaatakee baatee Gaddakee sassaabbatee galma rakkinakee raasee Kan siif hin malle yaasee Hiyyummaa sirraa kaasee Sirra haa darbu Amiiii🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
✍️waggaan fuuldurakee jiru Kan dhufu Kan nagaa baatee jaalala hammatee furmaata qabatee siif haa dhufu!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲✍️Namoota jaallattuu yoo xiqqaatee 10f share godhi isaan keessa Yoon jiraadhe anaafis qoodi imaanaadha Akka hin nyaanne👌 waadadha akka hin dagannee 👌👌👌
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the business
Address
DILA

18/11/2025