Anas Ibrahim
Oromummaan dhiiga kiyya
Islaamummaan ruhii tiyya
Addan baasu hanga jiru tiyya.
✔️I'am oromo first ❤️
29/08/2026
🎓❤️ Baga Gammaddan
Obboleewwanko fi Firoottan Koo Jaallatamoo! Congratulations ❤️🎓
🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊
Obboleewwan ko guyyaa har'a kana qaamaan isin bira jiraachuu baadhus, gammachuu fi Milkaa’ina keessan arguun gammachuu kooti. garuu qaaman isin biratti argamuu dhabuu kooti baay’een ofitti gadda 😭
Garuu maal haa godhu haaluma jireenya kanatuu addan nu faggeesse hundaafu baga guyyaa kanaan isin gahee. 🎓✨
Firoonni koo hedduun, waan ani yaadee olitti cimtanii tattaaffachuun sadarkaa kanaan geessanii eebbiftaniittu.baay’een isiniin boona bagaan isinirraa dhaladhee .🙏
Obboleewwan koo Milkaa’ina keessaniin baay’ee isinitti boona; gammachuun keessanis gammachuu kooti. ❤️👏
Adeemsa barnootaa keessan keessatti isin jajjabeessanii, deeggaranii fi cinaa dhaabbatan hundaaf galatoomaa jechuun barbaada. 🙏❤️
Rabbiin barnoota keessan kan ittin milkooftan isiniif haa godhu; jireenya keessan keessatti milkaa’ina guddaa, hojii gaarii fi fuuldura ifaa isiniif haa kennu. 🤲✨
Baga eebbifamtan! Baga gammaddan! Baga milkaa’ina keessaniin nu gammachiiftan! 🎓🎉❤️
Milkaa’inni keessan boonsa maatii fi firoota keessaniiti! ❤️
Contact the business
Telephone
Website
Address
Harar
KOMBOLCHA
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Anas Ibrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
