Kadiir kaa Afran qallo
Change by life
03/10/2022
14/08/2022
Salmaan Rashdii kan Jimaata darbe osoo waltajjiirra jiruu billaan waraanamee hospitaala geeffame amma of baree dubbachuu jalqabeera.
Barreessaan beekamaa addunyaa irratti gurra guddaa qabu kun asoosama isaa 'The Satanic Verses' jedhu keessatti amantaa Islamaa qeeqeera jechuun mormii guddaa addunyaa irratti kaasiseera.
Biyyo akka Iraan ammoo labsii du'aa irratti labsuun, nama barreessaa kana ajjeeseef dolaara miliyoona 3 akka kennitu waadaa galteetti.
Ahimad Salmaan Rashdii eenyu?
https://bbc.in/3pg7LnF
14/08/2022
Icciitii du'a obbolaa durbaa lamaan reeffi isaanii torban lama booda mana keessatti argamee
==========
Waa'ee obbolaa lamaanii odeeffannoon ifa ta'e baay'ee muraasa. Asilaa fi Amaal bara 2017 tti Saa'udii Arabiyaa irraa gara Awustiraaliyaa imaluun koolugaltummaa gaafatan.
Maatii isaanii akka shakkinu kan nu godhu "ragaan homtuu hin jiru" jechuun ibse poolisiin.
Obbolaan kun lamaan Awustiraaliyaatti baruumsa ogummaa barachaa to'annoo tiraafikaas hojjachaa turan. Baruumsa ogummaa akkamii barataa akka turan garuu hin ibsamne.
Namoota wajjin akka walitti hin dhufnee fi yeroo hunda isaan lamaan qofti akka waliin dabarsan ollaan isaanii miidiyaatti himaniiru.
Waa'ee isaanii waanti barame jiraa?
Dubbifdhaa 👉👉 https://bbc.in/3K8yrjX
Of tahi Eessattuu tanan
Kan of tahee namaaf ta'a
Wanta taef
By
25/07/2022
8hsvmt
Raashiyaa fi Yuukireen dirooniwwan waraanaaf tolfamanii fi bal’inaan gurgurtaaf gabaarra oolan bobbaasaniiru.
Dirooniin waraanaa ijoon Yukireen qabdu Bayraktar TB2 jedhamu hamma xiyyaara xiqqoo geessi, kaameraa mil’annaaf tolu qabdi.
Boombii akeekkatanii iddoo itti qiyyaafatan haleelan ’laser-guided bombs’ jedhamu diroonii kunneen hidhachisuutu danda’ama.
Raashiyaan dirooniiwwan xixiqoo ’Orlan-10’ jedhaman caalatti akka gargaaramtu ni himama.
Dirooniiwwan Raashiyaafi Yukireen ittiin wal adamsan eenyutu dhiyeessaaf?
👇🏽👇🏽
https://bbc.in/3BxdkWf
22/07/2022
Liqiin Itoophiyaarra mootummoota addunyaa fi dhaabbilee liqii kennan irraa fudhate yeroo jalqabaatiif kan doolaara biiliyoona tokko caalee bara 1981tti ture. Amaan tana ammoo haalaan dabalaa jiraachu maddeen ni mul'isu.
Ragaan Baankii Addunyaa akka agarsiisutti, sirni Dargii aangoorraa yeroo kufu liqiin biyyattiirra jiru doolaara biiliyoona sagal ture. Bara 2006tti ammoo liqiin kun gadi bu'uun doolaara biiliyoona 2.2 gahee ture.
Haata'u malee bara 2018 wayita Ministirri Mummee Abiy aangootti dhufan, liqaan biyyattiirra ture doolaara biiliyoona 28 gaheera jedha Baankiin addunyaa.
Ammaan tana ammoo liqiin biyyattiirra jiru kan dhaabbilee biyya keessaafi alaarraa liqeeffatame biiliyoona 56.6 gahusaa gabaasni himu Ministeera Maallaqaa Itoophiyaarraa bahaa jira.
Mootummaan Itoophiyaa dabalaa dhufuu liqii kanaa hubachuun bajata biyyattii bara dhufuu keessatti liqii deebisuu waan dursa kennuuf akka ta'e ibseera.
Liqiin Itoophiyaarra jiru hangam, akkamiin deebisuu dandeessi?
👉👉 https://bbc.in/3z0SKdJ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Harer
GUREWA
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
| Tuesday | 09:00 - 17:00 |
| Wednesday | 09:00 - 17:00 |
| Thursday | 09:00 - 17:00 |
| Friday | 09:00 - 17:00 |
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |

20/07/2022
20/07/2022