Waariyoo Billii
Etc
Bu'aa Happee Sandaruusi
Muka Gaattiraa yokaan Xidii jedhamu yokan Muka Suuraa irratti Argitanu Kanarraa Ba'aa Happeen Muka Kanaa Sandaruusi jedhama
Bishaan Wajjin Danfifame Bishaan Isaa Guuratti yoo Cobsame Dhukkubbii Guurraa Namarraa Dhaaba Baakteeriyaa Gurra keessaa Qulqulleessa Guurra Baayyee dhaga'uu Dide Guurra Akka Duudaa Ta'e Bana Akka inni Sirriitti Dhaga'u Taasisa
Zayita Zayituunaa Wajjin walitti Makame yoo Dibatame Faana Miilla fi Harka Dhodhohe Baqaqe deebise Fayyisa
Nyaata Dura Fallaana Xiqqoo Tokko Bishaan Burcuqoo Tokko Wajjin yoo dhugame Cooma Tiruu Fayyisa
Zayita Zayituunaa Wajjin walitti Makame yoo Dibatame Dhukkubbii jilbaa fi Riimootiizimi Namarraa Dhaaba
Dammaa Wajjin walitti Makame Nyaata Dura Fallaanni Tokko yoo Fudhatame Fayyaa Sombaa Jabeessa Dhibeen Asmii Akka Afuura Namaa hin kunne Godha Baakteeriyaa Ujummoo Qilleensaa keessaa Qulqulleessa Sirna Hargansuu Cimsa Warra Asmii Qabanuuf Dawaa Gaariidha
Hoina Qaamaa Humnaa Ol Ta'e Nama Rakkisu Gadi Buusa dhibee Busaa Fayyisa
Raammoo Garaa keessaa Baasa Garaachaa fi Marrimaan Keessaa Baakteeriyaa Miidhaa Qabu Qulqulleessa Fayyaa Onnee fi Tiruu Cimsa
Bishaan Wajjin Danfifame yoo Lulluuqatame Dhukkubbii ilkaanii fi irgoo yokan Foon ilkaanii Madaa'uu Hidhii fi Madaalee Afaan Keessaa Hunda Fayyisa
Madaatti yoo Dibame Guyyaa Muraasa keessatti Fayyisa
Gaggabdoo fi dhibee Sammuutiif Hedduu Bu'aa Qaba Qoratame Bu'aan isaa Mirkanaa'eera
Fayyaa Gadameessa Cimsa Vaayiresii fi Baakteeriyaa Gadameessa keessaa Qulqulleessa Dhukkubbii yeroo Dhiigni Laguu Dhangala'u Namatti dhaga'amu Fayyisa
Dhibee Sukkaaraatiif Wanni isa Fakkaatu hin jiru Hedduu Bu'aa Qaba
Madaa Garaa keessaa Kan Akka Madaa'uu Garaachaa Fi tiruu Dafee Fayyisa
Mallattoo Madaa ibiddaa fi kkf Qaama irraa Balleessa
Bakka kiintaarotiin jirutti yoo Dibame Dhukkubbii kiintaarotii dhaaba
Cirracha Kalee Cabsee Nama Keessaa Baasa Dhangala'aa Sababa Cobxoo fi kkf Fincaan Wajjin Ba'u Namarraa Dhaaba
Happee Muka Kanaa Haalli itti Fay
Iyasuus waaqa osoo hin Tain ergama Rabbiiti.
"" "" "" "" "" "" "" "" "
Wangeela yohannis boqonnaa 17 Dubbisaa
Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, gara samii ilaalaa akkana jedhe: “Yaa Abbaa, saʼaatichi gaʼeera. Ilmi kee ulfina akka sii kennuuf, ilma keetiif ulfina kenni;+ 2 kunis akkuma ati namoota* hunda irratti aangoo isaaf kennite,+ innis warra ati isaaf kennite hundaaf+ jireenya bara baraa akka kennuufi.+ 3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+ 4 Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree+ lafa irratti ulfina siif kenneera.+ 5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+6 “Ani namoota ati addunyaa keessaa anaaf kennitetti maqaa kee mulʼiseera.*+ Isaan kan kee turan; ati anaaf isaan kenniteetta; isaanis dubbii kee eeganiiru.* 7 Isaan wanti ati anaaf kennite hundi si biraa akka dhufe amma beekaniiru; 8 sababiin isaas, ani dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera;+ isaanis kana fudhataniiru; ani bakka buʼaa kee taʼee akkan dhufe sirriitti beekaniiru;+ akka ati na ergites amananiiru.+ 9 Ani waaʼee isaanii sin kadhadha; kanan si kadhadhu waaʼee addunyaa utuu hin taʼin, waaʼee warra ati anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas, isaan kan kee ti; 10 wanti kan koo taʼe hundi kan kee ti; wanti kan kee taʼe hundis kan koo ti;+ anis isaan gidduutti ulfina argadheera.11 “Ani gara kee waanan dhufuuf, kana booda addunyaa keessa hin jiraadhu; isaan garuu addunyaa keessa jiraatu.+ Yaa Abbaa Qulqulluu, akkuma nuti tokko taane* isaanis tokko akka taʼaniif* maqaa kee isa anaaf kennite sanaaf jedhiitii isaan eegi.+ 12 Yeroon isaanii wajjin turetti, maqaa kee isa ati anaaf kennite sanaaf jedhee isaan eegaan ture;+ ani isaan eegeera; wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuuf,+ ilma badiisaa sana malee+ isaan keessaa tokko illee hin badne.+ 13 Amma garuu ani gara kee nan dhufa; gammachu
13/07/2023
Jalqabne
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the business
Telephone
Website
Address
Hirna
