Jenbaru Asfaw

Jenbaru Asfaw

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jenbaru Asfaw, Health/Beauty, Ethiopian, Hirna.

17/05/2025

Simbirroon 🌲 muka irra teessee dameen caccabuu gonkumaa hin sodaattu, Sababni isaas amanamummaan ishee damee irratti osoo hin taane baallee ofii irra waan jiruuf.
πŸ¦œπŸ¦œπŸ¦œπŸ¦œπŸ¦œπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š

Yeroo Hundaa Ofitti Amani

05/04/2025

Ajaa'iba dhugaa!!!!
Barsiisaa Yuuniversiitii kan ta'e Pirofeeserri beekamaan tokko qorannoo isaa dhiyoo kana gaggeesseen waan haaraa nama ajaa'ibu kana nuuf qabatee dhufe. Qorannoon isaa kunis qubee fi lakkoofsa fayyadamuun ture. Kaayyoon isaas furtuu milkaa'inaa barbaaduu ture.

Qubee Afaan Oromoo A-Z fudhadhaa! Kana booda akka armaan gadiitti gita qubee tarreeffattaniin lakkoofsa 1-26 tarreeffadhaa!
A-1 I-9 Q-17 Y-25
B-2 J-10 R-18 Z-26
C-3 K-11 S-19
D-4 L-12 T-20
E-5 M-13 U-21
F-6 N-14 V-22
G-7 O-15 W-23
H-8 P-16 X-24

Akka armaan olii kanatti erga tarreeffattanii booda Furtuu Milkaa'inaa 100% dhufuu kan nuuf danda'u barbaaduu eegale. Maaliidha laata 100% dhufuu kan danda'u? Waliin haa barbaannukaa pirofeesera faana taanee.

HARD WORK - Jabaatanii hojjechuu:
H+A+R+D+W+O+R+K
8+1+18+4+23+15+18+11=98%

KNOWLEDGE - Beekumsa:
K+N+O+W+L+E+D+G+E
11+14+15+23+125+4+7+5=96%

LOVE - Jaalala:
L+O+V+E
12+15+22+5=54%

LUCK - Carraa
L+U+C+K
12+21+3+11=47%

Jabaatanii hojjechuun, beekumsi, jaalalli, carraan, tokkoyyuu parsantii dhibba (100%) kan dhufe hin jiru.

Maaliidharee parsantii dhibba furtuu milkaa'inaa kan ta'u qarshiidhaa? mee waliin haa ilaallu.

MONEY - M+O+N+E+Y
13+15+14+5+25=72% qarshiis miti

LEADERSHIP - Gaggeessummaa dhaaree?
L+E+A+D+E+R+S+H+I+P
12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = 97% kanas miti!

ATTITUDE - Ilaalcha immoo ta'innaaree
A+T+T+I+T+U+D+E
1+20+20+9+20+21+4+5=100%πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Furtuun milkaa'inaa 100% dhufuu kan danda'u ilaalcha keenya ta'uu isaa mirkaneesse.

Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu siif kenna. Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye mirkaneesse. Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha! Ajaa'ibaam!
Sk
Maddi:-Waan Dubbisnerraa Horaa Bulaa Deebanaa!!!

10/11/2024

πŸ‘‰Jireenya nama hin jibiin keetuu hangam akka jiraattuu hin beektu❕️

Photos from Jenbaru Asfaw's post 14/08/2024

Jecha gochan degaru!

Leencoo Guddinaa (LG) - Sin Mararuu - - - New Ethiopian Afaan Oromoo Music Video 2023 Coming Soon 22/09/2023

Leencoo Guddinaa (LG) - Sin Mararuu - - - New Ethiopian Afaan Oromoo Music Video 2023 Coming Soon Leencoo Guddinaa (LG) - Sin Mararuu - - - New Ethiopian Afaan Oromoo Music Video 2023 Coming Soon

16/09/2023

MAALLAQNI:
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➊. Mana malee, maatii hin bitu!
βž‹. Siree malee, hirriiba hin bitu!
➌. Kophee malee, miila hin bitu!
➍. Amartii malee, jaalala hin bitu!
➎. Fullee ijaa malee, ija hin bitu!
➏. Qoricha malee, fayyaa hin bitu!
➐. Rasaasa malee, jireenya hin bitu!
βž‘. Cubbuu malee, qulqullummaa hin bitu!
Kanaaf hedduu hin cinqaminii yeruumaaf ittin jiraattaa waan taheef.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Hirna?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Ethiopian
Hirna
HIRNA