Mr Awalisha yusuf
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mr Awalisha yusuf, Hirna.
05/05/2024
🤐🤐
14/04/2024
Arabii Araa lafaa kufee olkasun ni uffata Arsenal 0:2 Astonvila
13/12/2023
.
==============
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Dargaggootaaf Carraa Hojii Gurguddaa Qabatee Dhufee Jira!
Baga Gammaddan
Ministeerichi loltuu Idileefi Ogummaatiin Dargaggoota Ulaagaa Armaan Gadii Guutan Hidhannoowwan Teeknooloojii Leenjisee Mana Hojichaa Keessatti Qooda Oromoof Malu Gatii Guddummaa Sabicha Madaaluun Ijaaruuf Carraa Guddaa Kana Dargaggoota Oromootiif Banee Jira!
Sirnoonni Duraan Darban Carraa Akkasii Irraa Oromoo Saba Guddaa Kana Fageessuun Aanteefi Saba Isaanii Qofaaf Qoodaa Akka Turan Beekamaadha! Kanaaf Dargaggoonni Keenya Hiree Har'a Argate kanatti Yeroodhaan Fayyedamuu Qaba!
Ulaagaa
➥ Heera Mootummaafi Birmadummaa Ummattootaatti Kan Amanu.
➥ Gartummaa Dhaabbilee Siyaasaa Kam Irraayyuu Bilisa Kan Ta'e
➥ Hawaasa Naannoo isaa Biratti Fudhatama Kan Qabu.
➥Umurii 18-24 Kan Ta'e ykn Taate
➥Kutaa 8ffaa Kan Xumureefi isaa Ol Dubartootaaf Dippiloomaan Kan Xumurte, Leveli kan Qabanfi Ragaa Mirkaneessa COC kan Danda'an Ykn Dandeessu Ta'uu Qaba.
Dargaggoonni Ulaagaa Kana Guuttan Otoo Yeroon Isin Jalaa Hin Gubatin Waajjira Ganda Keessanii Deemuun Galmooftanii Carraa Isiniif Dhufe Kanatti Akka Fayyedamtan Cimsinee isin Beeksifna!
Carraan Akkasii kun Altakka Nama Dabarraan Of Duubatti Deebi'ee Nama hin Barbaadu Waan Ta'eef Itti Fayyedamaa!
"Bishaan Darbe Hin waraaban Akkuma Jedhamu Carraan Kun Isin Jala Dabarraan Deebitanii Hin Argattan
Barattoonni Kutaa 8ffaa fi Isaa ol jirtan Kanneen Level'n Barattanii Mana Jirtan Eebbifamtoonni Yuuniversitii Carraa Kanatti Yoo Fayyedamtan Akka Ogummaa keessaniitiin Ministeerichi Iddoo Murteessaa Waan isiniif Kennuuf itti Fayyedamaa.
Gama Kaaniin Carraa kanatti Fayyedamuun Ofis Maatii Ofiifi Biyya Ofii Fayyeduudha, Dabalataan Seenaa Dhuunfaa Ofii Gootummaan Tarree Goototaa Kanneen Abiy Ahmed,Jeneraal Birhanu Juulaa Jeneraal Yilmaa Mardaasaa,Jeneraal Taaddasaa Birruufi Gootota Oromoo Cinaatti Barreessisuudha!
Waajjira Bul
05/12/2023
My beuty city of finfinee
27/11/2023
Unbelivebil goal from geranacho
27/11/2023
Great ethiopia the ethiopia future is brilint
26/11/2023
Ethiopia respect
Click here to claim your Sponsored Listing.
