Galma Dhuga
Milkaa.uuf tattaafachuun
Dirqama
Nabi Muhammad۞ﷺ۞💕 irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti
Sallaallaahuu Aleeyhii Wasallam.
As wr wb 👇🕋horddoftoota ❤️💚kiyya qaqqaalii Baga rabbiin jala bultti iidal faxriitiin isin gaye nama waggaa waggaan itti debihuu isin haa godhu insha allaah 🤲🤲
Du,a,ii tana rabbiin isiniif haa Qeebalu,:-
1.yaanni kee galma siif haa gahu
2.tan hojjatte siif haa barakattu
3=>.tan hin jirre siif haa dhuftu 4=>.tan jirtu wal siif haa dhaltu 5=>.umriin tee haa dheerattu 6=>.jiruun tee ibaadaa.
7=>.Duuti tee shahaadaa 8=>.balballi jannataa saddeettan siif haa banamtu
9=>.balbalti Ibiddaa sirraa haa cufamtuu guyya qiyaamaa gaaddisa arshii rahmaan jala rabbi si haa kaayyaatu %%
waaniin si jaaladhufiin siif bareesse!!!.
Atis nama baayyee jaaltu ergi san keessa anilleen yoo jiraadhe anaafis ergi🌹
🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹Ammiin ya Alah 🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌿🌹🌹🌿
🌿🌿
🌿
🌿 🌿🌿
🌿 🌿🌿🌿
🌿 🌿🌿🌿🌿
🌿 🌿🌿🌿🌿
🌿 🌿🌿🌿🌿
🌿 🌿🌿🌿
🌿
🌿
🌿
🌿
🌿
🌿
WAA 👇AFUR💚 HIN❤️ JAALATIN
=>• Dubbii dharaa odeessuu
=>• osoo hin argin dharaan murteessuu
=>• Icciiti kee nama hundatti himachuu
=>• namaa gaditti xiqqaatte jiraachuu
WAA AFUR DURSII HUBADHU
=>• jireenya booda duuti akka jirtu
=>• Qabeenya booda dhabdi akka jirtu
=>• dargagummaa booda dullumti akka jirtu
=>• Gabrummaa booda Bilisummaan akka jirtu
WAA AFUR HIN TA’IN
=>• hin jarjarin dura duutaa
=>• hin boonin hiree dhabdaa
=>• hin aarin daftee dulloomtaa
=>• hin kijibin ni jibbamtaa
WAA AFUR SIRRITTI KUNUUNFADHU
=>• biyya kee
=>• haadha kee
=>• amantaa kee
=>• jaalallee
18/03/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.
