Yadesa Alemu page
Dhugaa Beekufi dhugicha hubachisu! “Kristos garuu al tokko aarsaa dhi'eessee, bara baraan gara mirga Waaqayyoo taa'e.”
— Ibr. 10:12 1000370809856 CBE
:1ffaa.
egaa obboloota koo Yeroo darbee qabeenya keessanin wangeela dhugaa haa banuu jedhen ture obboloonni muraasni hirmataniru.
har'a immoo namni tokko guyyaa tokkoti lubbu tokkoti dhugicha dhugaa Ba'uu qaba.
account irratti galchitan jireenya barabaraati.
dhugichi birmaaddu nama baasa.
21/09/2026
barnoota Tiyooloojii baradha wangeela Barachun kisaara hin qabu. Yeroo Amma kana namni dubbii Waaqayyoo barate barsiisoota soba fi Rajoota soban hin burjajjahu.
kallatti isin mijateen barachu dandeessu.
Distance
weekend
online
keessan nu qunnama
page kana follow share godha Missionary Yadesa Alemu Kolleejjii T. Misiraachoo Wangeelaa Luba Dr. Biqilaa Addisuu Hundeessaa Ergama Wangeela Media Missionery Bikila Merga Deresa
Baga Bara Haaraa Geessan.
Kolleejjiiin Tiwooloojii Misiraachoo Wangeelaa barri 2019
isiniif haa ta’u isiniin jedha. Akkasumas Tajaajila waldaa Kiristaanaa jabeessuuf, baballina Wangeelaa saffisiisuuf barsiisa isaa bifa haaraadhaan bara haaraatti barsiisuu itti fufee jira.
Maarree, barattoota haaraas bifa haaraadhaan galmeessaa jira. Biyya kam iyyuu jiraattanis, Sadarkaa kamiinuu barattoota ulaagaa guutan galmeessaa waan jiruuf, dafaa itti makamaa isiniin jenna. Odeeffannoo guutuu argachuuf poostera armaan gadii dubbisaa. Teessoowwan Quunnamtii keenyas fayyadamaa!
Mul’ata 21:5
Inni teessoo irra taa'e immoo, “Kunoo, ani waan hundumaa haaraa nan godha!” jedhe; itti dabalees, “Dubbiin kun amanamaa, dhugaas waan ta'eef, kana caafi!” naan jedhe.
Eebbifamaa.
Misiraachoo Media Missionary Yadesa Alemu Ofkalaa Ejjetaa Gurmuu Daniel Lemessa Ergama Wangeela Media Wangeellii Humna kooti@
Telephone
Website
Address
Holeta
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Yadesa Alemu page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
