Oomisha kudraafi jimaa
Fayyaa Qaamaaf Cimina Sammutif BareedinaGogaaf faydaale
24/04/2026
12/04/2026
Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Arinee Jimmaa, Sadiyaa Deeq
17/03/2026
10/03/2026
muraasa
"Carrots will help you see in the dark."
click here 👉https://t.me/DrFiromsaDjibrilontelegram11like
Jedhu warri adii....
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
Kaarotiin keessumaa osoo hin bilchaatiin dheedhiin isaa yoo nyaatame vitaminootaa fi miñeraalota hedduu kan qaama keenyaaf barbaachisan hedduu of keessaa qaba. Fayidaalee fayyaa kaarotii keessaa kan mirkanaa'e muraasni.
1. Fayidaa kaarotii keessaa inni jalqabaa kaarotiin vit A of keessaa qaba. Vit A immoo rakkoo jaamummaa kan hir'ina vit A tiin dhufu nurraa ittisa.
2. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu keenyaa ykn immune system keenyaaf gargaarsa guddaa godha.
3. Nyaata ulfaatina keenya hir'isuuf nyaataman keessaa isa tokkodha. Kunis daddafne akka hin beelofne ittisuu fi kaalorii xiqqoo kennuudhaani.
4. Kaarotii yeroo yerootti yoo irra deddeebinee nyaanne cooma badaa qaama keessaa cholesterol jedhamu gadi buusuudhaan dhukkuboota rakkoo sanaan dhufan nurraa dhorka.
5. Antioxidant fi fiber hedduu of keessaa qabachuudhaan haala bullaa'insa soorataa hariifachiisa.
Galatooma!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Kombolcha
