Kayo DT man

Kayo DT man

Share

Yesuus Jiraataadha!!!!

Facebook Lite for Android 30/05/2025

Facebook Lite for Android This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

30/05/2025

*=========*
Guyyaa dhaabachaa ooltee
halkan dubbifta hin raftu
Mindaan ati argattummoo
Liqiirraayyuu siin haftu !
Coomanis wal hin beektu
Piizas ta'ee bargarii
Kaffaltiin at argattuuf
Dadhabbiin kee gargari
Kaabinee xobbee miti
tasa hin argattu durgoo
Kan ittiin bittu hin qabdu
Ibsaan yoo bade dungoo !
Dhaloota meeqa soorte
Ofiif immoo beelofte
Warra qubee barsiisten
Deebiteemmoo yeellofte
Osoo ati beeloftuu
Hattuufi sobduun quufti
Abshir yaa barsiisaa koo
Siifis guyyaan ni dhufti
Harki kan kee qulqulluudha
Dhiiga namaa hin laaqne
Dhabdus keetin jiraatta
Dafqa namaa hin nyaanne
Lafas gurgurtee hin beektu
Sabbataaf Galaan keessaa
Boquu kee gadi buustee
Mana kiraayii teessaa
Utuu waan gaarii gootuu Jiraachuyyuu dadhabdee
Dhugaa qabda barsiisaa
Gatii dafqa kee dhabdee!!!

06/05/2025

Sgaleen Humna Qaba!!!

06/05/2025

Yesuus Guddaadha!!!

18/02/2025
Photos from Kayo DT man's post 17/10/2024

Now and before

20/10/2023
20/10/2023

Yaadannoo seenaa
During Remedial Program at WU

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Nekemt?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Wallaga
Nekemt