Abush showa

Abush showa

Share

Obsineetu

13/06/2026

ANI KANAN JEDHU GAAFAN TOKKOF FOLLOW GODHEE ISA KAAN DHIISUU CUBBUU NATTI HIN TA'U LAATA??🫣🫣🫣🤔🤔

13/06/2026

DURBA BARA KANAA FUUDHUU JECHUUN KEESHAA BARBAREETTII MATAAN GALUUDHA HEE 😭😭😭

13/06/2026

ANI KANAN JEDHU DUBARTOOTUMA IDDOO GUDDAA GEESSI JENNEE ABDANNETU DAABBOOF MUUZII QEEQAA OOLTII🤔🤔🤔🤔

13/06/2026
13/06/2026

Fayyii jettuun malee hin darbin adaraa 🫂

10/06/2026

Waliin Dubbii Jara Kana Lamaaniitiin Bohaaraa!🤣🤣

ISA:
Bifti kee hedduu bareeda
Akka abaaboo birraa!
Jaalalli gubaan tokko
Na qabee jira sirraa!
Yeroon suuraa kee argu
Akka bubbee na raasa!
Yoo ati na diddemmoo
Hudheen of keessaa baasa

ISHEE:
Atis hedduu bareeddaam
Akka rooba arfaasaa!
Dhugaan na jaallatta taanaan
Jalqabi maal abbbaasaa!
Yoo jaalala sobaa ta'emmoo
Ani hin fedhu argaasaa!

ISA:
An dhugaan si jaalladha
Magaallee ilkaan tumaa
Suuuraan facebookii kee
Irra jiru kun isuma dhugaa sumaa?

ISHEE:
Eeyyee anuma
Shakkitee hin deebi'in duubatti
Gaafan suuraa kana ka'uyyuu
Waa hin dibanne fuulatti!
Kaameeraan akkuman jirutti fuudhee
Of keessaa na baase!
Isumayyuu suuraa sana
Intala wallaaltuu tokkotu na kaase.

ISA:
Akka jaalallee koo taate
Addunyaattin lallaba
Ol fudhadhee 'maayikii'
Har'a booda dhiira suuraa post godheef
Akka hin tuqne 'laayikii'

ISHEE:
Erga jaalallee koo taatee
Anis sin galfadha waadaa
Shamarri suuraa post goonaan
Irratti hin kennin yaada!

Torban tokkoof akkasitti wal eegaa turanii guyyaa tokko 'comment' Inni intala tokkoof "wooowww baay'ee bareedda qashxii koo" jedhee barreesse argite.

ISHEE:
Silumayyuu ariifadhee
Tole siif jechuu kootiif kan badii qabu ana Kan ati waadaa naaf seente
Jaalalli dhugaa kanaa?
Akkuma 'Request' fi jaalala
Wal faana naaf ergite fiigdee torban tokko keessatti waadaa waliif galle diigdee?

ISA:
'Comment' liqii narra jirun
Ofirraa kaffalee xumure.
Har'a booda itti hin deebi'u
Dhiifama naaf godhi giifti-duree 🤣🤣

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Arjo
Nekemte
0908