Taye Dasta page
fakkeesse jiraachuu irraa du'e obbaafachuu waya
23/06/2025
Si Yaadanna
Akkamittiin caalii
Akkamittiin gurba
Na dhaga'uu didda
Caalii sanyii dhiiraa
Caalii sanyii guddaa
Kan dur lammiin kee
Ajjeesu dibatee
Tufee hin arraabne
Gafarsaan gaditti
Saawwatti lakkaawee
Yeroo yoo argatu
Raadi'oon si waadee
Qawween si akaawe
Hammam lammii keetiin
Walii galtee diddee?
Mana gumaa lixxa!
Ilma haa...
Afaan kootti haa hafu
Kan shan ta'ee dhufu.
Jette dubbiikee gaafasii
Nutis boqonnaa hin arganne
Erga dubbii Kee gaafasii
Gaafaa haqni dhokfamee sobni teessoo yaabe
Shirri hidda yaafatee jallaaf teessoo dhaabe
''Maalan jira'' jettee kuusaa dhimbiibbaa garbummaa
Rasaasa haqaaf dhukaatu
waa’eekee maalan himaa
Haceeko anaa nyaatu
Dhiira haqa boollaa baasee faajjii godhee mirmirsiisuu
Burruusa dhara hunkuteessee qe’ee sobaa iyyisiisu
Jabaa koo utubaa haqa-qabeessaa irbuu gala sona mi’eessituu
Jirma hin raafamne sibiilakoo wiirtuu seelii hamiilee si’eessitu....
Yeroo namni sitti amanu tokkollee hin jirretti ati ofitti amani.
Si jaalachaa du'uu wayya
Karaan keef kan namaa
Imala kee achi imaluuf
Sun waliif adda gargari
Kennaa kee dhiiftee
Kan namaarra deemuuf
Hin cinqamiin of bari
Kan namaarra deemaa
Bakka dhaqxun beektu
Deemaa oolta malee
Galmatti hin~akeektu
Qabda daandii dhuunfaa
Atis kan mataa kee
Ol Ka'i, tottolfadhu
Hidhadhuu garaa kee
Qormaanni jireenyaa
Sammuu keessa madda
Deebiif qalama rigda
Gaaffiinis waliif adda
Jettee deebii namaa
Maaf eegda alarraa
Gaarii hojjedhu malee
Tolan eegiin namarraa
Atis qormaata kee
Deebii fiddee darbuuf
Mo'achuudha qabda
Gonfoo caalu arguuf
Kitaaba jiruu kee
Banadhuu dubbisi
Waan irraa hubatteen
Jiruu kee guddisi
Jedhan jedhanii jedhu
Maafan jedha jechaa
Jechaa maaf Jetta
Hin jedhu ofiin jechaa
An;
Gaaffii sammuu kootii
Jalaa ba'uun danda'u
Waraansa jecha qalbiif
Garaankoo na madaa'u
Siin barbaacha ka'ee
Oliif gadi jooruu wayya
Anis nama boruu ta'ee
Si jaalachaa du'uu wayya
Osoo gaafa ABC jechaa turre sana Birr1 Birr2 Birr3 jennee silaa yoona Abbaa qabeenya turree😢😢
Damma koo si jaaladha
Na mituu miti garuu
Kukukuku
Love
F***y
Nama kuma 30 akka magaalaa suniitti jiru keessaa projektii bishaan dhugaatii nama kuma 5niif kan gahu hojjechiifne jedhe!
Namni kumni 25 hoo jennaan walirraa dhuga 😁🤔
Mataa dhiiraa! 👊
゚viralシfypシ゚
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Nekemte
0000
