Kolfaan dhaamuu

Kolfaan dhaamuu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kolfaan dhaamuu, Health/Beauty, Oromia Region.

16/07/2022
16/07/2022
16/07/2022
04/05/2022

Kolfaan dhaamuu
Kutaa 2ffaa

Haadha manaaf abbaa manaa turan.
osuma waliin jiraatanuu galgala tokko wal lolanii bulan.
Haati manaas ganama ennaa kaatu
uffata ishee walitti qabachuu eegalte.
Abbaa Manaa.....eessa deemuuf ?
Haadha manaa...haadha koo bira.
Sana booda Innis uffata walitti
Qabachuu eegale.
Haadha Manaa....atimmoo eessa
deemuuf ?
Abbaa Manaa......haadha koo bira.
Haadha Manaa....ijoollen hoo akkam
Taati gaa?
Abba Manaa...nu lamaan haadha keenya bira ega deemnee isaanis
haadhuma isaanii bira deemu" jedheen jedhama.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Oromia Region?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Oromia Region