Hawwinaan bilisumaa
Jiraa jirtuu qaliiwwankoo
16/12/2022
Mana qabda turte
Mana ho’aa yabbuu
Kan keessummaanillee
Keessa bulee darbu…
Har’a akka bineensaa
Karaarratti deessa
Gadda hamaa keessa
Ganda namaa teessa!
Laphee cabaa baatta
Haftee namaa nyaatta
Harmee yaa haadha dhalaa
Kan kee na waxala!
15/12/2022
02/09/2022
How are you
19/08/2022
Jiraa jirtuu wbii sabakoo
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Oromia Region?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the business
Website
Address
Oromia Region

26/08/2022