Ibsa Yuye Ibro

Ibsa Yuye Ibro

Share

Personal blog

12/08/2026

School Alumni and Supporters Heritage Initiative



1116572521214

teenya tan Biyya Alaa Jirta acct kana fayadama

SINQETAA 1116572521214

11/08/2026

Yaadataa Fakkeenya Dhalootaa

Photos from Ibsa Yuye Ibro's post 11/08/2026

"Galaanni Diimaa fi Lagni Abbayyaa Misooma fi Walitti Hidhamiinsa Itoophiyaatiif Bu’uura Murteessaadhaa” - Injinar Habtaamuu Ittafaa (PhD)
=============================
Ministirri Bishaanii fi Inarjii Injinar Habtaamuu Ittafaa (PhD), Lagni Abbayyaa fi Galaanni Diimaan guddina hunda galeessaa fi walitti hidhamiinsa dinagdee Itoophiyaatiif bu'uura murteessaa ta'uu ibsaniiru.

Seenaa keessatti humnoonni alaa karoora qindaawaadhaan Itoophiyaan Laga Abbayyaatti akka hin fayyadamnee fi Galaana Diimaarraa akka fagaattu gochuuf socho'aa turuun isaanii eeran.

Sababa kanaanis Itoophiyaanonni gatii guddaa kaffalaa turuu ibsan.

Haa ta'u malee, milkaahinni Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa abjuu Itoophiyaanotaa hedduu dhugoomsuudhaan dhiibbaa fi hammeenya alaa irra gahaa ture cabsuu danda'uun isaa ibsameera.

Kana malees Itoophiyaan Hulaa Galaanaa karaa nagaa fi bilchina qabuun argachuuf kan gaafatte, kutannoo hoggansa ol’aanaa kan agarsiisu ta'uu fi dhimmi kun hojii dhalootaa dhalootatti darbu ta'uu hubachiisaniiru.

Itoophiyaanonni tokkummaa fi cichoommina Hidha Haaromsaa irratti agarsiisan haaluma walfaktaan dhimma Galaana Diimaa irrattis irra deebi'uu akka qaban Injinar Habtaamuu Ittafaa (PhD) waamichi dhiheessuu isaanii, Tajaajilli Oduu Itoophiyaa gabaaseera.

09/08/2026

“Kana booddee Oromoon hin garbooma jedhanii warri eegan warra gowwaadha.” - MM Abiyyi Ahimad (PhD)

09/08/2026
09/08/2026
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Oromia Region?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Oromia Region