Jiituu milikesso
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jiituu milikesso, Health/Beauty, .
05/10/2024
ሮሜ 8
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵ እንደ ሥጋ ፈቃድ የሚኖሩ የሥጋን ነገር ያስባሉና፥ እንደ መንፈስ ፈቃድ የሚኖሩ ግን የመንፈስን ነገር ያስባሉ።
⁶ ስለ ሥጋ ማሰብ ሞት ነውና፥ ስለ መንፈስ ማሰብ ግን ሕይወትና ሰላም ነው።
⁷ ስለ ሥጋ ማሰብ በእግዚአብሔር ዘንድ ጥል ነውና፤ ለእግዚአብሔር ሕግ አይገዛምና፥ መገዛትም ተስኖታል፤
⁸ በሥጋ ያሉትም እግዚአብሔርን ደስ ሊያሰኙት አይችሉም።
⁹ እናንተ ግን የእግዚአብሔር መንፈስ በእናንተ ዘንድ ቢኖር፥ በመንፈስ እንጂ በሥጋ አይደላችሁም። የክርስቶስ መንፈስ የሌለው ከሆነ ግን ይኸው የእርሱ ወገን አይደለም።
¹⁰ ክርስቶስ በእናንተ ውስጥ ቢሆን ሰውነታችሁ በኃጢአት ምክንያት የሞተ ነው፥ መንፈሳችሁ ግን በጽድቅ ምክንያት ሕያው ነው።
¹¹ ነገር ግን ኢየሱስን ከሙታን ያስነሣው የእርሱ መንፈስ በእናንተ ዘንድ ቢኖር፥ ክርስቶስ ኢየሱስን ከሙታን ያስነሣው እርሱ በእናንተ በሚኖረው በመንፈሱ፥ ለሚሞተው ሰውነታችሁ ደግሞ ሕይወትን ይሰጠዋል።
¹² እንግዲህ፥ ወንድሞች ሆይ፥ ዕዳ አለብን፥ እንደ ሥጋ ፈቃድ ግን እንኖር ዘንድ ለሥጋ አይደለም።
¹³ እንደ ሥጋ ፈቃድ ብትኖሩ ትሞቱ ዘንድ አላችሁና፤ በመንፈስ ግን የሰውነትን ሥራ ብትገድሉ በሕይወት ትኖራላችሁ።
ሰው ሁሉ የሚያወራውን ኖሯት አያቅም
ጉራ ብቻ የሆነ ትዉልድ 🤔
ኣስመሳይ ሁላ 🤭😔
Far. 23
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵ Utuma warri na cunqursan ilaalanii, ati maaddii anaaf in dhi'eessita mataa koos dhadhaa ejersaa in dibda, xoofoon koos guutee irra in dhangala'a;
⁶ eyyee, bara jireenya koo hundumaatti gaarummaan kee fi arjummaan kee ana duukaa in bu'u; guyyoota kana hundumaafis mana Waaqayyoo keessa nan jiraadha.
Eyyee Waan biyya lafaa kun hunduu ni darba.. Kan hin dabarre Sagalee Waaqayyoo qofa..Yesuusitti namni amanu Barabaraan jiraata..
Yesuus Karaa dha, dhugaa dha,Jireenyas.
09/09/2023
🖊Bara 🖊2016
✏️Barri haarawa miti dacheen mooftee jirti
✏️Bara heddu argitee dabarteetti lafti
✏️Guyyoota dabarree torbaanii fi ji'a
✏️Waggaas taruuf jenna galata gooftaa le'aa
✏️Guyyoota gammachuu hedduu isaa agarree
✏️Garaa irraa gammannees galatuuf jarjarree
✏️Gaddis akkasuma baayyota dararee
✏️Hamaa arguuf dhagahuun nuunis nu mararee
✏️Bara laakkofsiifnee haalli jijjiiramaa
✏️Waktiilee fi qilleensi nutti geeddaramaa
✏️Namootaan wal barre garii irraa foo'amnee
✏️Kaan irraa adda turaa walittis deebinee
✏️Bayyota isaanii guyyaan qabee tare nu garuu in carroomne
✏️Hedduun yoo miidhamnes kan taruun milkoofne
✏️Baayyeellee baranne yeroo nuuf hayyamee
✏️Gooftaan jalaa baane kan diinni aggaame
✏️Oolmaa gooftaa danuu ijaan ilaalleerra
✏️Boolla diinni qotee itti nu sakaale koraa isaan baaneerra
✏️Waan dubbadhee hin fixneef gooftaa galateessa
✏️Kan fuldura keenyaas fedhee nuuf milkeessa
✍️Barri 2016 milkiidhaan jalqabee milkiin haa goolabu
✍️Bara 2016 gooftaan qaalawa kee simintoon haa dhoobbu
✍️Bara 2016 tulluun siif diriiree siif haa ta'u dirree
✍️Bara 2016 keessaa si haa baasu galaana adda hiree
✍️Barri 2016 bara milkii ta'ee yeroo hundaa yaadattu
✍️Barri 2016 harree fe'aaf dhiiftee xayyaara yaabbattu
✍️Barri 2016 ofiin boonuu dhiiftee waaqaan kan dhaadattu
✍️Bara 2016 siif haa godhu gooftaan ka itti baraaramtu
✍️Bara 2016 Amantiin guddannee lafeen nu haa jabaatu
✍️Sigigachuu dhaabnee miilli haa dhaabbatu
✍️Lubbuu hedduu horee dameen haa daraaru
✍️Amala dhalootaan namn wal haa gargaaru
✍️Barri 2016 haa ta'u bara eebbaa
✍️mishatti jabaannee
✍️hamaa irraa gaabbaa
✍️jaalala jaalannee
✍️jibba immoo jibbaa
✍️walii keenya ammannee
✍️fottoquu ofirraa dhiibaa
✍️kan jiraannu haa ta'u huuba keenya dhimbiibaa
09/02/2022
Namni dhala qabu,
Namni obboleessa xiqqaa qabu,
Namni ollaa daa’ima qaban waliinillee jiraatu…
Akkamitti daa’imman kanatti garaa jabaata garuu?
Mootummaan meerre?
Namummaan meerre?
Miidiyaan meerre?
“ሰው ነኝ" warri jedhan meerre?
Yaa Oromoo! Quuqqaa kee eenyu siif quuqama? Dhibeen kee eenyuun dhiba?!
!
21/04/2021
Dhugaa jirtu kanuma ❤💚❤💪
