Gidiraa Sabboonumma

Gidiraa Sabboonumma

Share

Ani Oromoodha!

10/06/2023

Jabaan waaqa tokkicha🙏

03/02/2023
03/02/2023

Har'allee ittuma jirta

02/02/2023

Dhaladheen dhalas qaba
Kan darbes argeetan
Galmeesaa harkaa qaba

Maaliif baraan baratti
Roorroodhaan gidirfamna
Utuu itti hinjaabaannee
Silayyuu balleeffamna

Yaa rabbi nurraa kaasi
Keenyumarra jiraannaa
Anillee dabarseera
Dhalootaaf of sodaannaa@... jedhaa search godhaa,sana booda add godhaa.Waan gootaniif galatoomaa Oromooko!!

16/01/2023

♥️♥️♥️♥️

11/01/2023

Bunaaf nagaa hindhabinaa@

11/01/2023

J.Olaanaako

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Sululta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Finfinnee Oromiyaa
Sululta