Liibanii Dirree Booranaa

Liibanii Dirree Booranaa

Share

Aadaan nafaa nafaa ofii abbaatti jabeeffata💯%

25/08/2026

Congratulations Badhatu Abdullah Diima Score 548🇪🇹
Barattoota hawaasa Horsiisee Bulaa Booranaa keessa qabxiin gaariittii gama shamaraatiin galmaa'ee jiraa.. Akka Naannoo Booranaatti ammoo dubartii qabxii guddoo fiduun record haaraa hojjate.
Congratulations Badhu 💐💐

25/08/2026

Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan!

Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ifoomeen, barattoonni manneen barnootaa bultii addaa Oromiyaa keessaa qoraman qabxii ajaa'ibsiisaa galmeessisuun sadarkaa duraa qabataniiru.

Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) Adaamaa kan ta'e Barataa Jaalal Girmaa qabxii 591.6 fiduudhaan sadarkaa biyyaalessaatti tokkoffaa ta'eera.

Haaluma walfakkaatuun, damee Saayinsii Hawaasaatiin (Social Science) immoo, barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Ifa Boruu Dodolaa kan ta'e Barataa Saadaam Abdulaaziiz Umar qabxii 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattii keessaa sadarkaa 1ffaa irra taa'eera. Milkaa'inni guddaan barattoota kanaa ciminnaa fi qulqullina barnootaa manneen barnootaa bultii addaa keessa jiru ragaa kan ba'uu fi hawaasa mara kan boonse dha.

Baga gammadanii, baga gammanne!

Photos from Liibanii Dirree Booranaa's post 21/07/2026

Rabbiif jedhi yoo waan bira godhu dadhabdeelle maxxansaa kan Share nuuf godhi.

Rabbiif jedha obbolleessa keessan Galma Golliicha waan dandeettanin qarqaara. Galmii dhibi isa guyyaa guyyaan ittii dabaala deema jira. Kalee isa guyyaa guyyaan Dialyze godhu jiran wallaansa kanaaf qarshii humna isaati ol waan taheef uummati Oromoo ballaan biyyaa keessa fi biyyaa alaa jirtan cuftii keessan rabbiif jedha waan dandeettanin qarqaara 😭😭😭

Account; 1000-7803-02047
Maqaan; Haro, Garbole, Nadhi Taro Haadha warraa isati.

15/07/2026

╱◥██████◣
│∩│🌄▤│▤▤│
Suuraa Kana Kooppii gootee yoo comment Jala keesse bilbilli Kee originaliidha.

04/07/2026

Tilmaama/dhundhuma khiyya (100%). Isanilleen kheessan %n ...

Approach:
1. Peace and Security
2. Distance/center of Service

25/06/2026

‎National Election Board of Ethiopia NEBE የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ Kafalti didera!
‎Boordii Filannoo Biyyaalessa Itophiyaatif''
🔻 ‎ Finfine

‎Dhimma isaa: Kaffaltiin waliigaltee keenyaan hin kaffalamiin hatattamaan akka kaffalamu gaafachuu ta'a.

‎Akkuma mata duree armaan olitti ibsametti nuti ogeeyyii Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa irratti akka qondaaltota filannootti የምርጫ አስፈጻሚዎች guutuu biyyattiitti hirmaannedha. Waliigaltee dhaabbaticha waliin seenne amanamummaa, loogii malee fi kaka’umsa olaanaadhaan itti gaafatamummaa biyyaalessaa keenya milkaa’inaan xumurree dabarsinee jirra.

‎Haa ta’u malee, dhaabbatichi hanga ammaatti akka dirqama isaatti kanneen armaan gadii nuuf hin kaffalle:
‎Kaffaltii %60 (dhibbeentaa jaatama) kan hafe, kaffaltii dabalataa guyyoota 16, fi baasii walgahii bobbaa duraa guyyoota 4, baasii gaafa 18/18/2018 A.D.

‎Nuti qondaaltonni filannoo yeroo fi humna keenya guutuu waamicha biyyaalessaa kanaaf kan kenninu ta’us, harkifannaa kaffaltiin jireenya keenya fi sochii guyyaa guyyaa irratti ba’aa dinagdee guddaa fidaa jira.

‎Kanaafuu, dhaabbatichi liqii hin kaffalamiin kana hunda akkaataa waliigaltee seeneen naamusa cimaa fi ariifannaatiin akka kaffalu kabajaa fi cimsinee isin gaafanna.

‎Nagaaf kabajaa waliin!
‎Qondaaltota filannoo Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa irratti hirmaatan irraa.

21/06/2026

Ijoollee booranaa yooyyaa ❣️❣️❣️

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Yabelo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Oromia
Yabelo
BORENA