Waliif Hubachaa
Waa wal barsiisuu jirraa waan taateef; gaafii yoo qabaattee, fuula barruu Waaqolee Dooyyoo jedhuu keessan dubbisi!🤌🤝
yoo boottellee yoo koblitellee jireenni ittuma fufa. Fayyuma lafaa lubbu tantee hin yaaddessin. Addunya silaafuu hin guutamne tan keessatti wanni fula duraan jiraatti hafaa hin jirtuu, rakkoo amma keessa jiruullee yoo taate.
Wantoota yoomiyyuu dagachuu hin qabne (6)
1.Qulqullina Kee eeggadhuu
2. Waan qabdu itti gammadi
3. yeroo deemtu suuta jedhi deemi
4. Xiqqoo odeessi baayye dhaggeeffadhuu
S. Ispoorttii hojeechuu
6. page kana FOLLOW gochi
Qarshii qofa dha Kan kana jechuuf mirga qabu
"Na dhabuu keetti ni gaabbita".
Sister ati tasgabbaahi
Eenyuus ta'e Eenyu Hafuu qaba yoo ta'e ni hafa!
Wal kadhachuun hin jiru
POST itti Aanuu Akka si qaqqabuuf
FOLLOW, Like gochuu hin dagatin
Bro
Dubartii fi TAXIf hin figin, sababni isaas
Tokko gafaa deemu Kan biraa ni dhufa.
POST itti Aanuu Akka si qaqgabuuf
FOLLOW, Like gochuu hin dagaatin
Of Eeggannoo yoo hin qaabanne 1+1=3 ta'a
👇
Kanan Odeessu waa'ee lakkoofsa miti
FOLLOW me
Humna Kee wantoota kanaf hin qisaasessin
1. Nama hunda gammachisuuf
2. Inaaffaan
3. Hojechuu dhiistee rafuu
4. Gumgumuutti
S. Nama si hin barbaanee barbaaduun
POST itti Aanuu Akka si qaqqabuuf
FOLLOW, Like gochuu hin dagatin
Wantootaa kan ja'an(6) iddoo isaatti godhi
1. Yoo Aarte 🫴Ispoortii Hojedhuu
2. Yoo Dadhabde 🫴Rafi
3. Yoo Waa'ee ishee yaaduu hin barbaanne 🫴GAME taphadhuu
4. Yoo boqochuu barbaadde 🫴Charchi/Masgiida deemi
5. Jireenyi yoo si jibbisisee 🫴Uumaa keetti dhihaadhu
6.Jijiramuu yoo barbaadde 🫴page kan FOLLOW godhi nutti dabalami
Seera 1ffaa
1. Nama si hin kabajne hin kabajiin
2. Nama si hin amanne hin amanin
3. Nama si hin barbaanne hin barbaadin
FOLLOW, Like gochuu hin dagatin
Wantoota baru qabdu ja'a(6)
1. Namatti hin hirkatin ,Ofi Kee Jabaadhu
2. Diina kee adda baafadhu sirriitti beeki
3. Waa'ee Kee baay'ee hin odeessin
4.Odeessu keetiin duraa itti yaadi
5. Waan fedhe haa ta'uu sodaatee ija kee hin buqqisiin
6. Isaa darbe dagadhu Akka haaraatti jalqabi
POST itti Aanuu Akka si qaqqabuuf
FOLLOW, Like gochuu hin dagatin
Click here to claim your Sponsored Listing.
