Boriifan Dassaleny Duula
Garaa tolii Bakakkaa Loli
@π©ππππππ 9876989
Sababa hin dhumannef yeroo kee isa dhumatu hin qisaasessin π―
Yoo nama hundaaf michuu taate ofii keetiif diina taata.
of ta'ii jiraadhuπ
βu π₯Ί
Gaafa jireenyi Siif ta'u, Alagaatu Fira siif ta'uu barbaada! Gaafa jireenyi Siif tahuu didummoo Firatu alagaa Sitti ta'a, Gaafa Ol kaatu fira mitii Ormiyyuu si wajjiin mul'achuu barbaada.
Gaafa gadi buutu garuu Orma mitii Firriyyuu sitti gadi bu'ee ofitti si qabuu hin barbaadu!
~Waaqayyo garuu Fira gaafa Fira dhabaniiti!
~Waaqayyo garuu Birmataa gaafa namni namaaf birmatu hin jirreeti!
~Waaqayyo garuu Michuu gaafa jireenyi namatti dukkana'uuti!
~Waaqayyo garuu Namatti hin jijjiiramu; Naman buusu!
~Waaqayyo garuu Yeroo hundumaa nama jaallata!
~Waaqayyo garuu jaalalli isaa hin sinsinnaa'u, Inni arjaadha!
31/05/2026
Namni baay'een π₯πππ§ππ ππππ‘ππππ jedhamaa jiraachuurra, ππ’π¬π’π’π¬π ππ’π¦ππ jedhamee jiraachuu filata bar. Namni anummaa (πππ) dhabe hin jiru. Ammoo wantootni jireenya keessaa baay'een isaanii sababa isaaf miira laatu.
Gaafa anummaan hin jirre, 'ana' jecha jedhuufis hiikni ifaan waan hin jirreef, ofii keenyaafi anummaa keenya adda baasnee ilaaluun ni cima. Garuu, anummaa isa hin ammayyoofne irratti dammaquun bareedaadha; xiqqoomas ta'u haa qaroomsinu. Yooma ta'ellee anummaan keenya hamma mana barumsaa sadarkaa 2'ffaatti haa baratu.
29/05/2026
GΓͺnΓͺnus D Dula with Manchester City
Thankyou
28/05/2026
Deemukeef Arsenal gammadeera
Uffatuma warra Diddiima sana arguu jibbeen
fb Baqadhe ijoo
waggaa digdami-lamee
25/05/2026
Addunyaa kanarraa namni miidhaman nama of keessatti hafeedha. Bahi muldhadhu! Ykn baasii muldhisi. Irra caalaan dhala namaa kan miidhamee tarree namootaatti ba'uuf waan keessoo isaa jiru kallatti itti baasee fayyadamu ykn Addunyaa fayyadu gaafa dhabuudha.
Kennaan keessoo kee jiru yoo sirraa bahee hafuura nagaa ykn boqonnaa siif laata. Yoo si keessa ture ykn ukkamamee si keessa taa'ee akka bakteeriyaatti qaaama kee nyaatee si fixa. Kanaaf namaaf qofa utuu hin taane ofii keef jecha baasii muldhisi ykn bahii muldhadhu. Addunyaa keessatti dhokatu malee of keessatti of dhokachuun hin danda'amu!
Obboleessa keessan GΓͺnΓͺnus D Dula
mee Jara kana ilaalati comment godhaamee
natti tani
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Ambo
Adama
FINFI
