Elelle s Kings
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Elelle s Kings, Health/Beauty, Addis Ababa.
Haala hunda keessattuu qaalii rabbii gootee rabbiif ajajamuun guddina malee xiqqeenyaa miti,☝☪️
28/05/2026
🔘Masjiidni masjiida seena qabeessaa fii kabajamaa ganda Makkaa, lafa Waadii Arafaa keessatti argamudha.
👉Masjiidni kun waggatti guyyaa tokko qofa keessatti Salaatama.
🔘Masjiidni kun bakka Nabiyyiin keenya Muhammad (S.A.W) Hajjatal-Wadaa'ii (Khuxbaa Dhaammannaa) itti dubbatanidha. 🔘Khuxbaan sun bu'uura haqaa, qixxummaa fii kabaja dhiigaa, qabeenyaa fii Kabaja/sharafa dhala namaa kan mirkaneesseedha.
Bakka kanatti boqonnaan qur'aanaa, "Har'a diinii keessan isiniif guutee jira..." (Al-Maa'idah: 3) irratti jedhu bu'e.
🔘Masjiidni kun waggaa keessatti guyyaa Zul-Hijjaa 9 (Guyyaa Arafaa) qofa banama. Guyyaa kana hogga takkatti Huiiaajota kuma dhibba afur (400,000) ol ta'an Bakka takkatti salaata Zuhrii fii Asrii walitti qabanii fii gabaabsuun (Jam'aan fi Qasrii godhuun) keessatti salaatu.
🔘Gariin Masjiidichaa kanaa daangaa Arafaa keessa, gariin immoo daangaa Arafaan ala jira hubadhaa, Hujjaajonni yeroo salaataa booda daangaa Arafaa keessa jiraachuu isaanii mirkaneeffachuu qabu.
🔘Yeroon dhaabbannaa Arafaa (Wuquuf) daangaa sirrii keessatti ta'uun dirqama.
Rabbiin Hajjii Waggaa hundaa nutti haa fidu, dhaabbannaa Arafaa fii salaata Masjiida Namiraas nuhaa badhaasu!
13/05/2026
Mucan kun maqaan isa mahamad jedhama Mucan kun nama lafa mit Leencca namaati hanbbassa
لا إله إلاّ أنت سبحانك إني كنت من الظالمين
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
