Borena Gada system
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Borena Gada system, Health/Beauty, Finfinnee, Addis Ababa.
24/01/2025
Walirraa fuudhiinsi baallii Gadaa Booranaa 72ffaan Gurraandhala 25 hanga 30'tti Ardaa jila Badhaasaatti akka gaggeeffamu Abbootiin Gadaa beeksisan.
Abbootiin Gadaa Booranaa walirraa fuudhinsii baallii Gadaa Booranaa 72ffaa ilaalchisee ibsa kennaniin, Gadaan Fullaasaa baallii Gadaa Mardiidaaf karaa dimokiraatawaa ta'een baallii akka dabarsu ibsaniiru.
Gurraandhala 25 baallii walii dabarsuun hanga gurraadhala 30/2017 jiloonni garaagaraa kan jilatamuufi gurraadhalli 30/2017 guyyaa keessummoonni garaagaraa sirnicha itti qooddatan ta'uus Abbootiin Gadaa ibsuun, Oromoon hundii akkasumas hawaasni idil-addunyaa hundii jilicharratti akka argamanis dhaamsa dabarsaniiru.
Gadaan kan quufaa gabbinaati!
19/11/2024
Aadaan waan lubbuu qabaa
Category
Website
Address
Finfinnee
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Borena Gada system posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
