Hordofaa diin islaam

Hordofaa diin islaam

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hordofaa diin islaam, Health/Beauty, Secondary school Baroda, Addis Ababa.

11/08/2026

Komii Jiraattota Aanaa Mi'eessoo Akkuma Dhuftetti.
>>>
"Akkam jirta Dr ani tanin sii baressa jiru godina harargee lixaa Aanaa Mi'eessoo Magaala Asaboot irrahi Dargaggini keenya haalan rakko hamaa keessa jiran Milishaa ganda keesa gad lakkisaniit joollee teenya Mataa qabanii warra jala deemu dide qurxaan tumaa waraana Ooffa jiran Yoo hadhafi abban irratti dubbatan Haadha fi abbaa qurxaan tumanii manatti galchanit joolle isani oofan rakko hamaa kesaa jirra wlh Joollen yo dura fiide jala dhawan qawwee Ka isinii qabame qabaa ka isin dura fiige dhawaa jechuu Aanarra hayyama fudhatan Aanaa Mi'eessoo tirraa Pls Sagalee nuu tahaa😭 Dargageesi keenya akka itti gad bahee dalagatu dhabee jiraa

Maqaa kiyya immo na dhoksi!
Yoo na amanuu baatte Odeeffannoo bakka biraatis Barbaadii qulqulleffadhu."

Aniis Qulqulleeffadheera hatattamaan dhaabbachuu Qaba.

👉

Category

Website

Address


Secondary School Baroda
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hordofaa diin islaam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.