Meyraa Ahmed

Meyraa Ahmed

Share

Oromummaan faaya

08/08/2026

Ummata qulqulluu
nageenyan
ooltanii?

13/06/2026

Baga guyyaa dhaloota keessan lammaffaa geessan.
Aruuza milkii ka jaalala ga gammachuu isiniif haa tahu.
Waaraan

04/06/2026

Jannata keessatti ollaa
ﷺ
Rabbi Nuhaa taasisu!
Aamiin 🤲

23/02/2026

halkan 7bafan gehe
Yaa rabbi nama ati irra
jaalatterra nu
godhi

Rahmata keetiin

28/01/2026

Assalaamu wa'aleykum warahmatullahi wabarakaatu
Jaalatamtoota
Kiya ka naman yaanne.

29/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Magarsa Ahmeed, Arebo Mohammed

16/10/2025

Nama jaalala khaaliqaa yeroo hunda argatu
nu haa taasisu
Aamiin

14/08/2025

Shekni keenya sheikhJamaal Aliyyii guyyaa arraa
Yuunvarsiitii America Minisootaaa Damee Ethiopia Irraa Digrii jalqabaatiin eebbifamanii jiru

Sheeka kiyya Congra Baga gammadde siin jechuun barbaada tee oluma. Tee oluma naa je’aan mee Warri akka kiyyaatti jaallattan

24/06/2025

Asalaamu wa'aleeykum waramattullahi
wabarakatuhu
Hawaasa kabajamaa.

Category

Telephone

Address


Wachu
Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Meyraa Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Asebe Teferi.