Love's consultant

Love's consultant

Share

Love

13/05/2022

It's so easy to fall in love but hard to find someone who will catch you.
B fkr mewudek kelal sihon kebadu stiwedk yemyz sew alemenoru new.
Jaalala keessatti kufuun salphaadha guruu erga kufneen booda nama ofotti nama qabu dhabuutu ulfaatadha.

12/05/2022

Love is a temporary insanity curable by marruage.
Fkr betdar yemfetsem gzawi ibdet new

06/05/2022

H.G jedhama fiichee irraa amboo university keessatti walbarree jaalala cimaa wal jaalanna turre jaalala inaafsisaa ture. Yeroo mi'aawaa waliin dabarsine hangalubbuuntoo nakeessaa baatuttan ishee jaaladha. Garuu eebbifamnee gara magaalaa irraa dhufneetti deebine.isheen akkuma baateen dalagaa eegalte garuu bilbila hir'isuu eegalte.walrgina yoon jedhuunis saba a natti himtu hin dhabdu rakkoon maaltu jira yoon jedhuun haamaamiti naan jetti ibsa gahaa naaf hin laattu ani garuu gidduu kanatti hedduun rakkachaa dhiphachaa jira maal naawayya hiriyootakoo gorsa naaf laadhaa mee

06/05/2022

ፍቅሬን ለማሳየት ለምን ፈራሁ ብለህ አትጨነቅ። በተራ ጓደኝነት ለመቀራረብ ከሞከርክ ፍርሃትህ በሂደት ይወገዳል።

05/05/2022

Gaaffii waa'ee jaalalaa irritti qabdan ifaa fi bilisaan ibsadhaa gorsa gahaa argattu

05/05/2022

የፍቅር ግንኙነትሽ እንደተቋረጠ ሌላ ፍቅር ለመጀመር አትሩጪ። ራስሽ ላይ የምታተኩሪበት የተረጋጋ ጊዜ ይኑርሽ።

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Awassa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Negelle
Awassa
LC