HACO
How are you?
03/05/2026
Tajaajilli Baankii Daldala Itiyoopiyaa Ijoo, Yeroof Akka Adda Cituu Himame
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa ibsa baaseen akka himetti, hojii haaromsa Siistemaa (system upgrade) gaggeeffamuun walqabatee Dilbata har’aa jechuun, Eebila 25, 2018 halkan keessaa sa’aatii 9:00 irraa eegalee hanga sa’atii 10:30tti tajaajilli baankii ijoo ta’an hedduu, yeroo gabaabaaf akka addaan citu maammila isaa hundaaf mirkaneesseera.
Tajaajiloonni yeroo kana keessatti dhaabbatanis, tajaajila “Core Banking”, Moobaayil Baankii, Intarneet Baankii, Tajaajila POS, ATM fi Tajaajiloota qaamota sadaffaa waliin karaa interneetii kennaman ta’uun mirkanaa’eera.
Baankichi maamiltooti isaa hundi dursanii qophii barbaachisu akka taasisan himuun, garuu tajaajilli CBE Birr haala idileen kan itti fufu ta’uu ifoomseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
11/09/2025
Baga bara 2018 nagaan geessan!
Ayyaana gaarii!
( 01/01/2018)
08/06/2025
05/06/2025
Dhibee Ilkaaniif kan biroo
Ogeessatu laalaa
Bullookee yaabbadhuu
Deemi mana yaalaa!
Ilkaan mutaan seene
Eeyye Mudaan seene.
Farda jettee hin yaabin
Isa laga hin ceene.
Kan yoo halangee arge
Karaarraa siin maqu
Kan farda akka isaa
Yoo arge dammaqu.
Isa goota hin guurre
Garbuu nyaachuu didu
Isa ganyaa woliin
Caffaa qofa dheedu
Kan karaa dhihoodhaa
Sirratti fageesse
Kan tumaan halangee
Nafa isaa madeesse
Kuni fardaa mitii
Uf iraa hifadhuu
Kana gurguriitii
Kan biraa bitadhu.
Yoo bituu barbaadde
Isa goota guuru
Kan si gammachiisu
Yeroo siin saggaaru
Akka siin jedhan
Abboo Abbaa Daamaa?
Akka qubaan si akeekan
Fagoodhaa wol waamaa!
Kan bifaan bareedu
Isa mudaa hin qabne
Yoo boora dadhabde
Bulloo akka hin dhabne!
Boorri kan lolaatii
Bulloon kan tolaatii.
Daamaa maxaanu
Qe'etti nu hin bitin
Bulloma bitadhu
Qaalii ta'us gatiin.
Mirgaan yaabbadhus
Kooraadha wol geettiin
Bitaan yaabbadhus
Kooraadha wol geettiin.
Che Bulloo Che Bulloo Che
Che Bulloo Che Bulloo Che.
HACO
゚viralシfypシ゚viralシalシ
゚viralシfypシ゚selamat
゚viralシfypシ゚gardametal
゚viralシfyp
゚viralシfypシ゚viralシalシ
Jaallan ko nagaan naaf bulaa
19/05/2025
Halkan gaarii!
01/05/2025
Naaf Guddadhu!
what happened in Burayu this evening?
24/04/2022
Baga Ayyaana du'aa ka'uu gooftaa keenyaa yesuus kristoosiin isin ga'e. Ayyaana gaarii!
Tigirai tokkuumaan walii galtee diina ishee ofirraa qolaa jirti. Oromo ati tokkummaan waliif galii diina kee ofirraa qoladhu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Bako
