Wako Akesa

Wako Akesa

Share

Namoonni fayyaa isaanii eeggachuudhaan bareedina Jireenyaa dhandhamachuu qabu. Fayyaan waa hunda hafuuraanis, fooniinis fayyaa qabaadhu.

20/06/2022

Sagaleen /ergaa dhugaan eenyu bira utuu ta'iin si biraa naaf ba'a gooftaa

04/05/2022

Tarkaanfadheera

03/04/2022

Araara garaa keessĂ a dhufu qabaadhu.

08/03/2022

Dhugaan haa dubbatu

11/02/2022

Agartuu ija Koo hin jaamsuu

11/02/2022

Ollaan yoo nagaan bulee nagaatti jiraadhuu

11/02/2022

Altokko tokko wanti ati hin yaadiin yoo si mudatu mataa itti cabuu dhiisuutu filatama.

17/01/2022

Jalqaba ofii yaadachuun dhuma gaarii qabaachuudha

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Bako?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Ethiopian
Bako