Edae

Edae

Share

Oromoo fi oromuumaan keenyaa akkaamin yaa guudisnuu

08/03/2026

Follow

Visit TikTok to discover videos! 21/02/2025

Visit TikTok to discover videos! Watch, follow, and discover more trending content.

TikTok · 💜 ida'ee 18/02/2025

TikTok · 💜 ida'ee Check out 💜 ida'ee’s video.

10/02/2024

kana sagalee xiqqoodhaan asaasaa yoo dubbistan siniif gaarii ta'a! 👇👇

Hafuura akka Ililliin billaachatti urgeessituu
Morma jalaa Urgaa Lubbuu dubbukfadha
Isa Afaan Gorora kee jigsee dhuge
Laagaa dabree Garaacha koof nan dubbadha

Ciqilee kee Morma qabee ol gaagure
Ilkaan duree Ilkaan kiyyaan wal horore

Ija keessaa Gumaa akka nama du'e si qal'ise
Gogaa dhiisee Arrabayyuu si daffise

Luugee cuuffee
Qadaadee waliin Cufee

Ol Waraanuf Isa gamu
Eboo laphee harkaan soofee wal qixxeessee
Dhiiga Onneen Ija kootti ol facaaste
Qaama keessa bittinnessee

Siif gamtee hanga Siglaa
Humna dhabdee akka silaa

Citee Citee hafuurri kee akka Lubbuu du'aaf taatuu
Asii gadee si hafuursee yoo duutellee akka kaatu

Falmii Mudhii humna kuustee na darbitee
Hojii biroof Dandeettii koo na argitee

Seequf jettee Hidhiin cuuffen wal kabalte
Na haaressuuf natti utaaltee naaf dabalte

Mudhii dhufee Haandhuratti wal siphatu
Lafee kofaa qiinxarratti wal dhungatu

Harkisa ishii lafa Saafaa
Nama nagaa akka Naafaa

Sana booda
Ollaan yaamee yoo wal kiise
Maal na dhibe jedheen dhiise

Afaan beekaniin wal dubbisaa
Tokko Sirbee, kuun shubbisaa
Daa'imsanii wal qirqirsaa
Haxoolanii wal firfirsaa
Ukkaamsanii wal gidirsaa
As gidduutti jecha dhabda
Yoo dubbattu ni giingofta
Osoo nyaattuus ni beelofta

Bishaan cuubee si bulluksa
Harkaan hudhee si silliksa

Akka itti Uffanni kukkutame
Akka itti dammi ishii mummurame
Akka itti dhahiisni ishii shoroqame

Miilli haa beeku hiixannaatti Kan dheerate
Jilbuu ragaa, rigatatti Kan sheelate
Raajii biraa👇

Hafuurri ishii wal gugguuree
Maashan ka'ee shushuntuuree
Ijji Gumaan gargar bade
Ifa galchuuf wal barbaade

Mudhii qabaan erbee godhe
Kofa Bofti Saafaa hodhe
Sossoorooree of sirreessee
Gaagurri ishees of dammeesse

Uuffatattee Miilli ishee ala laale
Anis abjuu kiyya keessaa nan utaale

Madii Cabsii Taliila Galaan

29/06/2023
Photos from Edae's post 20/05/2023
Photos from Edae's post 20/05/2023

loading .............

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Debre Zeyit?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Debre Zeyit