Eskender Nure
Eskender Nure
22/07/2026
Jechootoa Hayyoonnii Adunyaa Dubatan Kessaaa tokodha kun me profile
Jechootoa Hayyoonnii Adunyaa Dubatan Kessaaa tokodha kun
08/07/2026
๐๐๐
Taphni Addunyaa Marsaa Dhumaatti Dhihaachaa Jira. Biyyi Tapha Jijjiiraa Jirtu Marsaa Kanas Ni Taphatti. Isin Akkuma Baratame Tilmaama Keessan Comment Godhuun, Post Kana Share fi Like Godhuun Carraa Badhaafama Argamsiisutti Hirmaadhaa. Fuufa fb Keenyas Hordofuu Hin Irraanfatinaa. CARRAA GAARII
๐๐ฟ๐ฎ๐ป๐ฐ๐ฒ ๐ซ๐ท ๐ ๐ฒ๐ฆ ๐ ๐ผ๐ฟ๐ผ๐ฐ๐ฐ๐ผ
FIFA World Cup FIFA Kylian Mbappรฉ Achraf Hakimi
08/07/2026
Leenjisaan Masrii Hassam Hassan Gocha garee isaa irratti Abbaan seeraa hojatu yeroo arkan miira Nama gaddisiisu kanaan mormii agarsiise. Gochi Geeba addunyaa 23ffoo kana Afirkaanota irratti hojatame waan dagatamuu miti. Warri adii ammallee dhimma siyaasaatiin Afirkaanota jidduu seenuun akka walitti diinoomsan irratti hojachuun tapha hedduu nurratti taphachaa jiru. Kanaafuu Afirkaanota caayaa takka jalatti ni ijaarra.
taphataa cimaa addunyaa kana
05/07/2026
โ๏ธ Tilmaama Badhaafamaa!
๐ Tapha jalqabaa Waancaa Addunyaa FIFA har'a galgala ni taphatama!
๐ง๐ท Brazil ๐ ๐ณ๐ด Norway
Namoonni tilmaama sirrii dursee kennan keessaa hirmaattota sadiif badhaasni ni kennama.
๐ฅ Injifataa 1ffaa: Qarshii 500
๐ฅ Injifataa 2ffaa: Qarshii 400
๐ฅ Injifataa 3ffaa: Qarshii 250
๐ Ulaagaa hirmaannaa
โ
Fuula Dirree Ispoortii Oromiyaa Follow godhaa.
โ
Maxxansa kana garee biraa fi Profile keessan irratti Share godhaa. โ
Maxxansa kana Like godhaa.
โ ๏ธ Hubachiisa: Badhaasni kan kennamu namoota ulaagaalee armaan olitti ibsaman guutaniif qofa. Iyyii fi komiin kanaan ala dhiyaatu hin fudhatamu.
๐ซ Namoota arraba dheeratanii fi nama arrabsan irratti Block ni taasifna.
๐ Amma filannoo keessan nuuf barreessaa!
๐ฒ Telegram keenya Join godhaa: https://t.me/Dirre_sport
barruu Dirree Ispoortii oromiyaa kana caalaatti hawwataa ta'een qindoomina ispoortii miidhagaa qabuunis isiinif qopheessuu nuu jajjabeesaa .
05/07/2026
Iraan Chaayinaan Karaa Strait of Hormuz keessa darbuu addaa mallatteessite
Chaayinaatti ambaasaaddarri Iraan Abdolreza Rahmani Fazli Chaayinaan fi biyyoonni michoota taโan biroo yeroo Strait of Hormuz keessa darban yaala addaa akka argatan kan beeksisan yoo taโu, qophiin kun Omaan cinatti kan qindaaโu taโa.
Ibsichi Teehiraan michoota ijoo waliin hariiroo cimsuuf tattaaffii taasisaa jirtu kan ibsu yoo taโu, barbaachisummaa tarsiimoo daandii doonii bobaโaa addunyaa irratti hojiin itti baayโatu cimsa.
Strait of Hormuz qooda guddaa al-ergii bobaโaa addunyaa kan qabu yoo taโu, imaammanni qaqqabummaa irratti dhiibbaa uumu kamiyyuu gabaawwan idil-addunyaa fi mootummoonni itti dhiyeenyaan akka ilaalaman taasisa.
05/07/2026
Sammuun kee maasaadha yaadni kee immoo sanyiidha.. akkuma maasaf sanyii filattu sammuu keetiifis yaada gaarii filadhu๐
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Deder
