Fedhii saalaa

Fedhii saalaa

Share

Waa’ee walii qunaamti saalaa baruu fi barsiisuu

10/11/2023

Kanni naa filatuu ???

07/09/2023

Hanga takka naa dhugachu fataa

01/01/2023
31/12/2022

Akkamii nagayaa waren garee kannaa

25/12/2022

WARRA SALUU BARBADU QOFAFII

15/11/2022

WANTOTAA FEDHII SALAA OSSO HIN JALQABINÌ DURAA HODHUU BARBACHISANI NI BEYITAA ? YAROO GABABAA BOODA QABANE DHUFINAA

21/10/2022

DUBARTII FEDHII BAASUU

Akkuma yeroo hunda dubbannu yeroo walqunnamtii saalaa dhiira kan gammachiisu yoo jiraate dubartiin inni waliin raawwatu sun yoo fedhii baatedha. Callisneetuma gola keessaa rakkachuu irraa karaawwan ittiin yeroo raawwannu kamuu jaalallee keenya ittiin gammachiisnu baruun murteessadha.

✅ Yaaduu dhiisuu:
Yeroo walqunnamtii saalaa raawwachuuf deemnu san ishii fedhii baasuf akka nama deemuttu of lakkaa'un hin barbaachisu. Sammuutti yaadun dafnee akka gadi lakkifnu waan nu godhuuf dhiphachuun hin barbaachisu.

✅ Iddoo miira beekuu:
Iddoo qinxirii kan hin beekne jiraa? Akkuma beekamu dubartiin daftee fedhii ba'uuf qinxirii caalaa iddoo filatamaan biraa hin jiru. Dubara irraa gara dubarattii uumamni qinxirii gargari. Tokko tokko guddaatee gubbatti mul'ata. Tokko tokko immoo hin mul'atu kessatti gadi jiraa. Sakatta'aanii baruun barbaachisaadha. Kan warra sirritti kittaanamii qinxiriin ammana waan hin barbaachifneef nafsaaluma raawwachuu malee qinxirii barbaachan yeroo gubuun hin barbaachisu.

✅ Dibata:
Qaamni saalaa dubaraa yeroo walqunnamtii saalaa dhangala'aa ni maddisiisa. Yeroo tokko tokko garuu xiqqaachuu yookin goguu danda'a. Qaamni goggoogaa raawwachuun immoo fedhii ba'uun haa hafuutii waan dhukkuubuuf walqunnamtii saalatiif akka ishiin hin eeyyamne godha. Kanaaf dibata kanaaf barbaachisu bituudhan qaama saalaa dhiiratti dibuun, kan ishiitti xiqqeessanii gubbaatti dibuun raawwachuun gaaridha.

✅ Dhungoo:
Walqunnamtii saalaa caalaa dubartiin dhungoo bareedaa jaalatti. Yeroo raawwachuuf jettu dhungatte ta'a. Ta'us garuu yeroo raawwattus dhaabuu hin qabdu. Dhungachaa raawwachuun xiyyeeffaanoon kee raawwachuu qofarra akka hin taanee waan godhuuf carraa irra turuu kee siif dabala. Hidhii ishii qofa osoo hin taane yeroo raawwattu san bakka hidhiin kee dhaqqabe kamuu dhungadhu.

✅ Gaafachuu:
Dubartii caalaa waan ishiin barbaaddu dhiirri kamiyyuu beekuu hin danda'u.

Galatooma share godhaa.

20/10/2022

Namotta wajjin fedhii salaa rawwatani akkamitti akka gamachistuu isiniif finee dhufina

07/10/2022

MAALI AGARTE YAROO FOOTOO KANA LALITUU ?????

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Deder?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Deder