Tokicha Abay

Tokicha Abay

Share

Student

28/08/2025
28/08/2025

Dalagaa Abiy waan ati warroota siyaasaa goote cittoon gaala hin goone. Otuu homaa hin beektu hin baranne jedhamtuu jara ooftee Faannootti galchitee hojii isii isa durii maglacaati deebifte!

Ayii jedhe abbaan lataa biyyoon itti haasalphatu!!!!

28/08/2025

Amma immoo isa tola nu tiksee nagaan nu oolche Waaqayyoon galateeffanna!!!!

30/07/2025

Qo'i bassoon Dubaitti hin dhugama moo 😌🧑‍🦯

25/01/2025

Ilaa fuunaan; akka kanatti Ganda kee geessii daawwachiisi!

Photos from Tokicha Abay's post 25/01/2025

Mucaa kana media irratti namni hin beekne jira jedhee hin yaadu,
Video isaa fi dubbannaa isaa ilaallee hedduun keenya nuuf guddadhu jennee eebbisneerra, haa ta'u malee garuu mucaa xiqqaan kun har'a beela'ee hagabuu bulaa jira,
Daa'imni akkasii sammuudhaan miidhamee boohuun immoo nama gaddisiisa
Waan dandeenyuun haa gargaarru.
Account Harmee isaa
CBE 1000533532857
Wasane ejeta
Bil. 0995956893

25/01/2025

Jaalala fi kabaja soba/fakeessa hin qabne
Jimmaa💚

18/01/2024

Dur bara OPDOn ergamtuu Wayyaanee turte sana ijoollee hiriira mormii bahan qabanii hidhu. Yoo Poolisiin Oromiyaa qabee hidhe badus mana murtiitti dhiyeessuuf ni yaalu. Yoo Warri federaalaa qabanii achuma waajjira poolisii godinaatti kennan mana murtiitti dhiyaachuun hidhaa bahuunis hin jiru. Waajjira poolisii dhaqxee yoo gaafatte, warra federaalaatu nu bira kaawwate waan ta’eef gadhiisuu hin dandeenyu jedhu. Dhalli namaa mana hidhaatti gidirfamaa ture.

Amma PPn ofumaaf nama kumaatamaan hiitee itti taphatti.
Namni dhaqee warra poolisii federaalaan Taayyee maaliif hin gadhiiftani ykn mana murtii hin geessitani jedhanii gaafannaan, poolisiin maal jedhan beektuu? “Abiyyitu nu bira kaawwate waan ta’eef gadhiisuus mana murtii geessuus hin dandeenyu” jedhani. Taayyee maaliif akkasitti akka sodaatan naaf hin galle.

06/10/2023

BAGA IRREECHAAN NU GAHE !!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Deder?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Tekola
Deder
OK