Juhar Mohammed
Juhar Mohammed
03/07/2022
Allamdullillah Rabbiif Galata Haramaya University Graduation Ceremony Gongratulation for all us!!! And Also To my Family,Relatives and to all my Friends
31/03/2022
Allamdullillah bagaa guyyaa jalatama jumaa,attiin isiin gahe Ummatni musliimaa hundii kessaanu
19/01/2022
24/11/2021
?
Seenaa kana dubbistee yoo fixxe dhugaatti imaana yoo qabaatte imimmaan danddeessee hin qabattu
seenaa akkaan nama boochiftu share godhi sababaa keetiin namni beellada miidhaa jiru gorfamu malaa
قصة شكوة الإبل الى رسول الله
Qissaa gaala boohee rasuulatti sallallaahu aleeyhi wasallam himatee miidhaa isaa 🐪
فدخل رسول الله صلى الله عليه وسلم يوماً حائطاً من حيطان الأنصار
Ergamaan rabbii saw gaaf tokko haajaa isaanitiif gara dallaawa warra ansaarota madiinaa ol seenan
hogga rasuulli dallaawa timiraatti guutumaa guutuutti seenanu
فإذا جمل قد أتاه
Kunoo gaala tokko deemaa imimmaan lolaafataa rasuula keenyatti dhufe
ردد صوته في حنجرته
Sagalee isaa koroorimaa (qokkee) isaa keessatti deddeebisaa rakkina isaa itti himachuuf fiigaa gara rasuulaatti dhufe rasuulaan wal argee gaalli 😭
وذرفت عيناه
Ija isaa keessaa imimmaan dhangalaafataa akkas jedheen gaalli rasuulaan 🐪
kunoo namichi kun bishaanillee naaf hin Kennu nyaatallee naaf hin kennu geejjiba isaa qofaan na miidhaa jira
An qoonqoon (beelli). Na ajjeesaa jira yaa rasuula rabbii jedheen gaalli morma ofii morma rasuulaa irra kaayatee 😭
: فلما رأى النبي صلى الله عليه وسلم حنَ وذرفت عيناه فمسح رسول الله صلى الله عليه و سلم الجمل؟ 🐪
Hogguu jedhee itti himatu rasuullis sallallaahu aleeyhi wasallam boohanii Obsi obsi rakkina kee dhaqeetin itti siif himaa jedhanii ija gaalaa irraa imimmaan Haqan
Gaalli hogguu rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam obsi jedhaniin akka ijoolleen daa'imaa boossee suuta suutaan boocha dhiiftutti imimmaan isaa dhaabbate
daddafanii rasuulli ofirra deebi'an
من صاحب هذا الجمل؟ 🐪🐪
Abbaan gaala kanaa eenyu dafaa natti kottaa jedhan rasuulli rabbii sallallaahu aleeyhi wasallam
فجاء فتى من الأنصار فقال: هو لي يا رسول الله
Gurbaan dardaraa tokko kan warra madiinaa irraa ta'e fiigaa rasuulatti dhufee yaa rasuula rabbii kooti jedheen
فقال: أما تتقي الله في هذه البهيمة التي ملككها الله، إنه شكا إلي أنك تجيعه وتدئبه -
Achiin rasuulli akkas jedhaniin ati rabbiin hin sodaattuu beellada rabbiin harka kee keessa kaa'ee maalif beelan qixaaxxa amma natti himatee ka'ee akka ati beelaan isa miidhaa geejjibaaf oolfattu agabuun osoo jiiruu isa fe'attee bakka haajaa keetii ittiin deemmattu akkas jechuun natti himatee ka'ee jedhaniin rasuulli sallallaahu aleeyhi wassallam
Wallaahi yeroo keenya kana keessas numa jira baay'inaan wanti akkanaa garuu afaan isaa hin beeynu yeroo imimmaan irratti arginees waan waa ija bu'an seenee dhiifna garuu gaala tahee harree tahee qotiyoo ykn sangaa tahee wanti hundi akkanaan imimmaan ijarra hin dhufu miidhan qunnamu malee yaa rabbi hayawaana afaan hin beeyne miidhurraa najaa nubaasi 😭😭
Beellada afaan hin qabne miidhuu irra nama miidhuutu irra caala dhaamsa kana obboleeyyan keetif share godhi
My Allaah is sufficient for me
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Haramaya
Deder

31/03/2022