majliisa shek aliyyii deder
quran and hadith
Maaddaa haraashii magaalaa dadar kutaa 1ffaa Ganda Ansaraa video baayyee nama hawwataa tahe kana me waliin haadhageenyu sirritti nuhordofaa waan baayyee irraa barta waantaheef.
30/08/2026
Sagantaa maaddaa haraashii magaalaa dadar guyyaa arraa suuraadhaan Akkana fakkaatti video arkachuuf nufaana turaa isniin janna
Tafsiira qur'aanaa suuraa nah'lii Aayata 7_10ffaa.
Gorsa guyyaa jum'ataa waahee roobni dhabamuu tiifii furmaanni hoo maalii waan jadhu waliin laalla nufaana turaa isniin janna....
Tafsiira qur'aanaa suuraa Nah'lii Aayata 1_6ffaa.
26/08/2026
GAAFII KANA NAAF DEEBISAA
mawuluuda (Guyyaa dhalootaa) kabajuun sawaaba moo sababa wayii qaba..?
Yoom eegalame eenyuun eegalame..?
Dogongora inni qabu hoo maali....?
Waa'ee kanaatiif worri kabaju naaf deebisuu /ni dandaha..?
Gaafii kana hundi keessan irratti hir'maadha
Yaada qabdan barreessaa.
Tafsiira qur'aanaa suuraa hijrii Aayata 91_99ffaa suuraan hijrii asirratti dhumatti.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Deder
