Gammee Firoomsaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gammee Firoomsaa, Health/Beauty, Dire-Dawa University, Dire Dawa.
1. ๐ Nama sii bilbilu bilbili.
2. ๐ถ Nama si daawwatu daawwadhu.
3. ๐ซ Nama si tuffatu tuffadhu.
4. ๐ค Nama si amanu amani.
5. โ
Nama si filatu filadhu.
6. ๐ Nama si dagatu dagadhu.
7. ๐ Nama siif kolfu waliin kolfi.
8. ๐ฑ Nama si waliin guddatu waliin guddadhu.
9. โ๏ธ Nama guddina kee gufachiisu irraa fagaadhu.
10. ๐ Nama siif yeroo, humnaa fi jaalala oolu irratti invastii godhi.
11. โค๏ธ Nama si jaallatu jaalladhu.
12. ๐ท Nama si fayyadamu irraa of eeggadhu.
13. ๐ฌ Nama siif deebii kennuuf deebii kenni.
14. ๐คฒ Nama siif yaaduuf yaadi.
15. ๐ง Nama humna kee xuuxu irraa of fageessi.
16. ๐ช Nama si deeggaru deeggari.
17. ๐ Nama yeroo si barbaachisutti si cinaa dhaabbatuuf atis yeroo isa barbaachisutti isa cinaa dhaabadhu.
FB nkoo Kun follower xiqqoo qaba follow godhaamee!
22/11/2025
kottaa follow godhaa
18/04/2024
โโโLโIโKโEโMโEโโโ Follow me ๐
โโโโโโฒโโโโฑโโ
โญโโโฎโญโโฎโ โญโโฎโญโโโฎ
โฐโฐโฐโโโญโฎโ โญโฎโโโฏโฏโฏ
โโโ โโโโโ
โโโโโ โ
โโโ โโโโฐโปโฏโโโโ โ
โโโ โฐโโโโMโEโโโ
ใ
06/04/2024
โ๏ธStart with GOD
โ๏ธStay with GOD
โ๏ธEnd with GOD
This is my principal life
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
โ ๐๐ฌ๐จ๐จ ๐๐ซ๐ ๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ฒ๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ง ๐ก๐ฎ๐๐๐๐ญ๐ข๐ง ๐ฌ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐ข๐ฆ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ'๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ฎ.
โ ๐๐ข๐ซ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐๐ ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ฒ๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ข๐ง ๐๐ฎ'๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐๐ ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐ฎ.
โ ๐๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐จ๐ซ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ ๐๐ซ๐๐๐ ๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ฎ.
โJiruttii kana keessaa osoon du'ee jechuu irra waan yeroo duutu si fayyadu qopheeffadhu.
โkaroorfachuu qofa osoo hin taane karoora kee hojiitti jijjiiri.
โCarraaqachuun bu'aa qaba osoo siree irrattis taatee.
โTeessee haasuma qofa haasa'uurra cal'istee deemuutu caala.
โGowwaa ta'anii quufuu irra qaruuxee ta'anii beelahuutu caala.
โBeekumsi kee nama yoo hin fayyadin wallaalli kee eenyuunuu hin miidhu.
โLafti nama irraa qotee nyaatu osoo hin ta'in kan irra ciisee nyaatu komatti.
โSuuta suutaan kan tarkaanfatu bakka guddaa gaha.
โMul 'ata dheeraa namni qabu nama hunda caala osoo gabaabaa ta'eellee.
โNyaachuuf qofa yoo jiraatte harreedhaan garaagarummaa hin qabdu.
โSaba keetiif ykn maatii keetiif Yoo Bu'aa hin buufne eenyuufuu Bu'aa buusuu hin dandeessu
31/03/2024
Moving to forward with new vision
Category
Website
Address
Dire-Dawa University
Dire Dawa
1362
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Gammee Firoomsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
