Baha Biiftuu
Preserving the heritage and culture of the Hararge Oromo people
πͺπΉ
With Cameron Whitcomb β I just got recognized as one of their rising fans! π
26/08/2026
25/08/2026
Thank you, God, for your help and support
https://www.youtube.com/
25/08/2026
Faaxumaa Ahmaaddiin - Sukkaree Tiyaa | New Ethiopian Oromo Music 2026 Enjoy the new release 'Sukkaree Tiyaa' by Faaxumaa Ahmaaddiin.βDon...
24/08/2026
"Utuma gubannuu kolfina" jette akaayiin!
Hawwiin koo yeroo hundaa Oromiyaa nagaa taateefi Oromoo nagaan bahee galu ijaan argudha. Silaa ijoolleen Oromoo maal akka hojjettu beeka, eessa akka geessu beeka, sammuu akkamii akka qabdu beeka! Waan hin mijanne keessattuu warri seenaa hojjetu, utuu haalli mijatee hoo silaa maal hojjetu laata? Na hawwisiisa!
Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa baranaatiin qabxii 600 keessaa 591 fiduudhaan akka biyyaatti 1ffaa kan ta'e barataa Girmaa Kuusaa jedhama! Maqaanuu addadha gurbicha!
Baga gammadde qaxalee ilmaa! Sitti boonneerra!
23/08/2026
Oromo music is a diverse and culturally rich tradition that blends historical depth with contemporary expression. Its musical landscape is characterized by several distinct styles and elements:
Geerarsa: A traditional genre deeply rooted in Oromo culture, often associated with communal work, history, and storytelling.
Masinko Music: This style features the masinko, a traditional single-stringed bowed instrument common in Ethiopian music, which adds a unique texture to many popular Oromo songs.
Pentatonic Foundations: Much like broader Ethiopian musical traditions, Oromo music frequently utilizes pentatonic scales, creating a distinctive harmonic quality.
Performance Elements: Traditional music is often defined by cyclical ostinatos (repeating patterns), call-and-response vocal structures, and expressive, storytelling-focused singing.
Today, these traditional roots continue to influence modern Oromo music, which encompasses everything from classical collections to new, contemporary releases featuring polished production.
Usmaayyoo Muusaa β Galmee Seenaa | Best Oromo AI Music 2026 πΆ Usmaayyoo Muusaa β Galmee Seenaa | Best Oromo Music (AI-Generated...
23/08/2026
πΆ Sijaale Sijaale β Kadir Martu ft. Mustafa Harawe (Old Oromo Cover Music 2026)
Dhaggeeffadhaa sirba haaraa "Sijaale Sijaale" kan Kadir Martu fi Mustafa Harawe. Sirboota Afaan Oromoo durii keessaa filatamaa, kan har'as jaalatamaa jiru.
π Subscribe Qaroo AI Studio for more Oromo cover music, old classics & new releases.
π Turn on notifications so you never miss an upload!
Β© All rights reserved. This cover is shared for entertainment purposes.
Sijaale Sijaale β Kadir Martu ft. Mustafa Harawe | Old Oromo Cover Music 2026 πΆ Sijaale Sijaale β Kadir Martu ft. Mustafa Harawe (Old Oromo Cover...
23/08/2026
Mohammed Sheekaa Ilillii Abraashaa Ai Oromo Music 2026 Ilillii AbraashaaThis video features the music track "Ilillii Ab...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Oromia
Dire Dawa
